Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Alaabaan Itiyoophiyaa mallattoo Haqaa,Tokkummaa, Walqixxummaa, Gootummaa fi Sabdaneessummaatti- Obbo…
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2017 (FBC)- Alaabaan Itiyoophiyaa mallattoo Haqaa, Tokkummaa, Walqixxummaa, Gootummaa fi Sabdaneessummaatti jedhan Pireezidaantii Itti Aanaan Paartii Badhaadhinaa…
Guyyaan Alaabaa Itiyoophiyaa Magaaloota Oromiyaa garaagaraatti kabajame
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2017 (FBC) – Guyyaan Alaabaa Itiyoophiyaa 17ffaan Magaalota Oromiyaa garaagaraatti kabajameera.
Guyyaan kun Magaalaa Shaashamannee fi Jimmaatti qophiilee adda…
Guyyaan Alaabaa Itiyoophiyaa Ministeera Raayyaa Ittisaatti kabajame
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2017 (FBC) – Guyyaan Alaabaa Itiyoophiyaa 17ffaan Ministeera Raayyaa Ittisaatti kabajameera.
Qondaaltoonni olaanoon Raayyaa Ittisaa, miseensonni Raayyaa Ittisaa…
Hojjettoonni Biiroolee Naannoo Oromiyaa guyyaa Alaabaa kabajan
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2017 (FBC)-Hojjettoonni Biiroolee Mootummaa Naannoo Oromiyaa guyyaa alaabaa mataduree "Alaabaan keenya tokkummaa biyyaaleessaaf, birmadummaafi ol ka'iibsa…
Hammattoon waliigaltee tumsa laga Naayil kaleessa gara raawwitti gale, haqa qabeessummaan kan…
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2017 (FBC) – Hammattoon waliigaltee tumsa laga Naayil hojiitti galuun seerota duraanii haquun haqa qabeessummaan kan mirkaneessu ta’uu Ministirri Ministeera…
Hiiknii fi gatiin Alaabaa Itiyoophiyaanotaaf Bakka olaanaa qaba-TKM
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2017 (FBC)- Hiiknii fi gatiin Alaabaa Itiyoophiyaanotaaf Bakka olaanaa qaba jedhe Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa
Tajaajilichi Guyyaa Alaabaa 17ffaa…
Afyaa’iin Taaggasaa Caafoon ergaa baga geessanii dabarsa
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2017 (FBC)- Afyaa'iin Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataa Obbo Taaggasaa Caafoon Guyyaa Alaabaa Biyyaalessaa ilaalchisuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.…
Haaromee: Motora Cehumsa Baadiyyaa Oromiyaa
Haala baramaa baadiyyaa keenyaa jijjiiruuf sababoota dirqisiisoo hedduutu jiru.
Dhiibbaalee adda addaatiin, baadiyyaaleen Oromiyaa gama hedduun magaalotarratti hirkachuuf saaxilamaniiru.…
Guyyaa alaabaa wayita kabajnu maatii goototaa bira dhaabbachuun abdii itti horuun ta’uu qaba-BKO
Finfinnee, Onkoloolessa 3, 2017 (FBC)- Guyyaa Alaabaa Marsaa 17ffaa wayiita kabajnu gootota ilmaan Itioophiyaa bilisummaa fi birmadummaa biyyaatiif lubbuu isaanii qaalii aarsaa taasisuun…
Bulchiinsi magaalichaa Poolisii Federaalaaf deeggarsa ni taasisa-Aadde Adaanech Abeebe
Finfinnee, Onkoloolessa 3, 2017 (FBC)- Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Poolisii federaalaa cinaa dhabbachuun tumsaa fi deeggarsaa barbaachisaa akka taasisu Kantiibaan Magaalichaa Aadde…