Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Abbaan Taayitichaa Televizhinii Ashaamiif Akeekkachiisa kenne
Finfinnee, Fulbaana 29, 2017 (FBC)- Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Itiyoophiyaa Televizhini Ashaamiif akeekkachiisa xumuraa kenneera.
Abbaan Taayitichaa dhimmicha ilaalchisee ibsa baaseen,…
Ayyaanonni Addabaabaayii magaalaa keenyaaf miidhagina dabalataatti-Aadde Adaanech
Finfinnee, Fulbaana 29, 2017 (FBC)- Ayyaanonni Addabaabaayii magaalaa keenyaaf miidhagina dabalataa fi tuuristoota kan hawwataniidha jedhan Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde…
Qabxiin seensa sagantaa fooyyessa dandeettii bara 2017 ifoome
Finfinnee, Fulbaana 28, 2017 (FBC) – Qabxiin seensa sagantaa fooyyessa dandeettii barattoota bara barnootaa 2016 qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa fudhatanii ifoomeera.
Haaluma kanaan:-…
Obbo Tamasgeen Xirunaan Daayrektera jeneraalaa IOM waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 28, 2017 (FBC) – Itti Aanaan Ministira Muummee FDRI Obbo Tamasgeen Xirunaan Daayrektera jeneraalaa Dhaabbata Godaantootaa Idil Addunyaa Amii Poop waliin mari’ataniiru.…
Kaabineen bulchiinsa magaalaa Finfinnee ajandaawwan 3 irratti murtoo dabarse
Finfinnee, Fulbaana 28, 2017 (FBC) – Kaabineen bulchiinsa magaalaa Finfinnee Walga’ii idilee 1ffaa bara hojii 4ffaa gaggeesseen ajandaawwan 3 irratti murtoo dabarseera.
1.Gaaffii bittaa…
Humna Badhaadhina Itiyoophiyaa itti fufsiisu horaneerra – Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaa
Finfinnee, Fulbaana 28, 2017 (FBC) - Humna nageenyaa badhaadhinaa fi guddina Itiyoophiyaa itti fufsiisu danda’u horaneerra jedhan Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Raayyaa Ittisaa Biyyaa…
Pireezidaantii FDRI ta’ee akkan tajaajiluuf moggafamu kootti kabajatu natti dhaga’ama-Pireezidaanti…
Finfinnee, Fulbaana 28, 2017 (FBC)- Pireezidaantii FDRI 5ffaa ta’ee akkan tajaajiluuf moggafamuu koottii kabajatu natti dhaga’ama jedhan Pireezidaantin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen.…
Kibbi Itiyoophiyaa qabeenya Uumamaan kan badhaadhedha – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Fulbaana 28, 2017 (FBC) – Akkumaa kutaalee biyyattii biroo Kibbi Itiyoophiyaa qabeenya Uumamaan kan badhaadhe ta’uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.…
Magaalichatti misoomni Koriidarii boqonnaa 2ffaan eegale
Finfinnee, Fulbaana 28, 2017 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti misoomni Koriidarii boqonnaa 2ffaan eegaluu Kantibaan Magaalichaa Aadde Adaanech Abeebeen ibsan.
Aadde Adaanech…
Godinichatti Qonnaan Bultootaa fi Horsiisee Bultootaaf Paampiin Motoraa raabsame
Finfinnee, Fulbaana 28, 2017 (FBC)- Biiroon Qonna Oromiyaa Godina Shawaa Bahaatti Qonnaan Bultootaa fi Horsiisee Bultootaaf Paampii motoraa kuma 2fi 300 ol raabseera.
Karoora Misooma…