Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Nageenya biyyaalessaa waareessuuf olaantummaa seeraa mirkaneessuun dhimma ijoodha – Pir. Taayyee…
Finfinnee, Fulbaana 27, 2017 (FBC) – Nageenya biyyaalessaa waareessuuf olaantummaa seeraa mirkaneessuun dhimma ijoo ta’uu Pireezidaantii FDRI ta’uun kan moggaafaman Taayyee Atsiqasillaaseen…
Hanqinaalee sharafa alaa fi liqaa waaraan furuuf xiyyeeffannoon ni hojjetama – Pir. Taayyee…
Finfinnee, Fulbaana 27, 2017 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen kallattii hojii bara 2017 kaa’aniiru.
Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa fi Manni Maree Federeshinii…
Guddina Dinagdee %8.4 galmeessuuf tattaaffii ni taasifama-Pireezidaantii FDRI
Finfinnee, Fulbaana 27, 2017 (FBC)– Itiyoophiyaatti Guddina %8.4 galmeessuuf tattaaffiin ni taasifama jedha Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen.
Pireezidaantii FDRI haaraa…
Godinichatti qonna gannaan lafti heektarri kuma 800 ol midhaan gosa garaagaraan uwwifamuun ibsame
Finfinnee, Fulbaana 27, 2017 (FBC)– Godina Shawaa lixaatti qonna gannaan lafti heektarri kuma 800 fi 83 midhaan gosa garaagaraan uwwifamuun kunuunfamaa jiraachuun ibsame.
Sadarkaa itti…
Ambaasaaddar Taayyeen Pireezidaantii FDRI ta’uun Moggaafaman
Finfinnee, Fulbaana 27, 2017 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa fi Mannii Maree Federeshinii Sirna baniinsaa waloo gaggeessaa jiruun Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen…
Korichi yaadota murtee mana marichaaf dhiyaatanirratti mari’ate
Finfinnee, Fulbaana 27, 2017 (FBC)– Koreen Dhaabbi Dhimootaa Galiiwwan Waloo Fi Baajata Deeggarsaa Mana Maree Federeeshinii yaadota murte bara paarlaamaa 6ffaa bara hojii 4ffaa,…
Filatamtoonni Miseensa Mana Maree haaraa ta’uun filataman sirna waadaa galuu raawwatan
Finfinnee, Fulbaana 27, 2017 (FBC) – Filannoo irra deebii fi haftee naannoleetti gaggeeffameen filatamtoonni Miseensa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa ta’uun haaraa filataman sirna waadaa…
Aadde Adaanecha barattoota qormaata kutaa 12ffaa bara 2016 qabxii olaanaa galmeessan badhaasan
Finfinnee, Fulbaana 27, 2017 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanecha Abeebeen barattoota qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2016’n qabxii olaanaa galmeessan badhaasaniiru.…
Talaallii Pooliyoo kennamu hawaasni akka tumsu waamichi dhiyaate
Finfinnee, Fulbaana 27, 2017 (FBC)–Talaalliin Pooliyoo kennamu hanqina tokko malee akka gaggeeffamuuf hawaasni akka tumsu waamichi dhiyaate.
Naannoo Amaaraatti duulli talaallii ittisa…
Inistiityuutiin leenjifamtoota marsaa 17ffaaf leenjisaa ture eebbisise
Finfinnee, Fulbaana 27, 2017 (FBC) – Inistiityuutiin Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa leenjifamtootaa marsaa 17ffaaf leenjisaa ture eebbisiseera.
Inistiityuutichi leenjifamtoota 188…