Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sirni Irreeffannaa Hora Harsadee gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 26, 2017 (FBC)-Abbootiin Gadaa eebbisuun Sirna Irreeffannaa raawwataniiru.
Abbootiin Gadaa Sirna mijuu eebbisuu ergaa raawwataniin booda weeddisaa gara malkaa imaluun…
Sirni mijuu eebbisuu gaggeeffamuun gara malkaa imalamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 26, 2017-(FBC)-Sirni mijuu eebbisuu Abbaa Gadaatiin gaggeeffamuun imalli gara malkaa eegalameera.
Sirni mijuu Eebbisuu Abbaan Gadaa gara malkaa bu'uun dura sirna…
Abbaa Gadaa Goobana Hoolaan keessuummoota Irreechaa kabajuuf argaman galateeffatan
Finfinnee, Fulbaana 25, 2017 (FBC) – Abbaan Gadaa Tuulamaa fi Barreessaan Abbootii Gadaa Oromoo Goobana Hoolaan keessummoota Ayyaana irreechaa kabajuuf argaman hunda Maqaa Ummataa Oromootiin…
Lammiileen Itiyoophiyaa 817 gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Fulbaana 25, 2017 (FBC) –lammiileen Itiyoophiyaa 817 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’aniiru.
Deebitoonni hunduu dhiiroota yoo ta’an, kanneen keessaa 14 guddatoota…
Bishooftuun keessummoota simaachaa jirti
Finfinnee, Fulbaana 25, 2017 (FBC) – Irreechaa Hora Harsadee guyyaa Boruu kabajamu sababeeffachuun keessummoonni gara Magaalaa Bishooftuutti kallattii hundaan seenaa jiru.
Bulchiinsi…
Jilli Obbo Awwaluu Abdiin durfamu gurmaa’insa Caasaa gandaa fi hojiilee misooma Aanaalee Godina…
Finfinnee, Fulbaana 25, 2017 (FBC) –Jilli Pireezidaantii Itti Aanaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin durfamu gurmaa’insa haaraa caasaa gandaa fi hojiilee misooma Aanaalee…
Irreechi Hora Finfinnee duudhaa isaa eegee bifa hawwataa ta’een xumurame – Aadde Adaanech Abeebee
Finfinnee, Fulbaana 25, 2017 (FBC) – Irreechi Hora Finfinnee duudhaa isaa eegee bifa hawwataa ta’een kabajamee xumuramuu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen ibsan.…
Irreechi Hora Finfinnee bara 2017 nagaan xumurame – Poolisii Federaalaa
Finfinnee, Fulbaana 25, 2017 (FBC) – Irreechi Hora Finfinnee bara 2017 nagaan xumuramuu Poolisiin Federaalaa ibse.
Ayyaanni hirmaattoota miiliyoonaan lakkaawwaman hirmaachise Horri…
Godinichatti bara 2017 lafa hektaara kuma 500 ol jallisiin misoomsuuf hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Fulbaana 25, 2017 (FBC) – Godina Jimmaatti bara 2017 lafa hektaara kuma 500 ol jallisiin misoomsuuf hojjetamaa jiraachuu ibsameera.
Godinicha sosochiin misooma Qamadiifi Baala…
Hora Finfinnee; Ulfoo keessanitti ulfina Dachaa waan hortaniif Galatoomaa –Pireezidaanti Shimallis…
Finfinnee, Fulbaana 25, 2017 (FBC) – Pireezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisan hirmaattoota Irreechaa Hora Finfinnee galateeffataniiru.
Guutuun ergaa isaanii akka…