Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Malaammaltummaan yakka qofa osoo hin taane gochaa daraan qaanessaadha – Obbo Tamasgeen Xirunaa
Finfinnee, Fulbaana 23, 2017 (FBC) –Komishiniin Namuusaa fi Farra Malaammaltummaa Federaalaa hojmaata diijitaalaa Eeruun yakka malaammatummaa itti kennamu hojii eegalchiiseera.…
Naannoo Oromiyaatti nyaanni beelladaa lafa hektaara miiliyoona6.4 irratti misoomaa jira – BQO
Finfinnee, Fulbaana 23, 2017 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti nyaanni beelladaa lafa hektaara miiliyoona6.4 irratti misoomaa jiraachuu Biiroona Qonnaan naannichaa beeksise.
Naannichatti…
Karra hundatti Simannaan hirmaattota Irreechaaf ni taasifama-BATO
Finfinnee, Fulbaana 23, 2017 (FBC)- Hirmaattota Irreecha Hora Finfinnee fi Harsadeef karra hundatti simannaa taasisuuf qophiin xumuramuu Biiroon Aadaa fi Tuuriizimii Oromiyaa beeksise.…
Hojmaata damee loojistiksii sadarkaa Addunyaatti guddisuun akka barbaachisu himame
Finfinnee, Fulbaana 23, 2017 (FBC)- Fooyyessiin diinagdee man-dhalee qixa karoorfameen guddina biyyaalessaa mirkaneessuuf hojmaata damee loojisitiksii fi geejjiba baaburaa hojmaata sadarkaa…
Kabaja Ayyaana Irreechaa sababeeffachuun daandiwwan tajaajila Tiraafikaaf cufaa ta’an ifooman
Finfinnee, Fulbaana 23, 2017 (FBC) – Poolisiin Magaalaa Finfinne kabaja Ayyaana Irreechaa sababeeffachuun daandiwwan tajaajila Tiraafikaaf cufaa ta’an ifoomse.
Haaluma kanaan daandiiwwan…
Ayyaanni Irreechaa faajjii tokkummaa fi mallattoo sabdaneessummaati – Hadhoolii Siinqee
Finfinnee, Fulbaana 23, 2017 (FBC) – Kabajni Ayyaana Irreecha faajjii tokkummaa fi mallattoo sabdaneessummaa ta’uu Hadhooliin Siinqee ibsan.
Kabajni ayyaana Irreechaa akkaataa duudhaa…
Bakki Irreechi Hora Finfinnee itti Irreeffatamu qulqulleeffame
Finfinnee, Fulbaana 23, 2017 (FBC) - Bakka Irreechi Hora Finfinnee itti kabajamu Doloolloo Buddeenaa sagantaan qulqulleessuu gaggeeffameera.
Saganti hoggantoonni Olaanoo mootummaa…
Itiyoophiyaanoota Libaanositti rakkoof saaxilamoo ta’an gara biyyaatti deebisuuf hojjetamaa…
Finfinnee, Fulbaana 22, 2017 (FBC) –Haala waaqtawaa Libaanositti mudate hordofee Itiyoophiyaanoota rakkoof saaxilamoo ta’an gara biyyaatti deebisuuf hojjetamaa jiraachuun ibsame.
Koreen…
Raawwii fooyyeessa Diinagdee Gooroo hordofee kuufamni Sharafa alaa Baankoota %80’n dabaluun…
Finfinnee, Fulbaana 22, 2017 (FBC) –Hojiiraa oolmaa fooyyeessa diinagdee Gooroo hordofee kuufamni sharafa alaa Baankoota %80’n dabaluu Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Maammoo Mihraatuun ibsan.…
Bara 2016 Guddinni Diinagdee Itiyoophiyaa % 8.1 galmaa’eera-Dooktar Fitsuum Asaffaa
Finfinnee, Fulbaana 22, 2017 (FBC) –bara baajataa xumurameetti guddinni diinagdee Itiyoophiyaa %8.1 galmaa’uu Ministirri Ministeera Pilaanii fi Misoomaa Dooktar Fitsum Asaffaan ibsan.…