Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dhugumaan Gargaarsaa Olitti!
Toora Xiyyeeffannoo Mootummaa Naannoo Oromiyaa lafa qabsiisuu keessatti, gaheen Humnoota Waloo dabalurratti argama.
Imala waggoottan jahan darban taasisne keessatti, milkaa’ina lakkaa’uu…
Itiyoophiyaan Kaartumitti haleellaa Mana jireenyaa Ambaasaaddara GEA’rra ga’ee balaaleffatte
Finfinnee, Fulbaana 21, 2017 (FBC)- Itiyoophiyaan Kaartumitti haleellaa Mana jireenyaa Ambaasaaddara Gamta Emereetota Arabarraa ga’ee balaaleffatte.
Itiyoophiyaan qaamoleen Sudaan hundii…
Tajaajilichi nageenya maamiltoota fi fe’umsaa isaaniif gahee olaanaa bahateera jedhame
Finfinnee, Fulbaana 21, 2017 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa bara baajataa xumurametti maamiltoota miiliyoona 14 keessummee fi fe’umsi isaanii sodaa nageeyaa tokko malee akka…
Irreechi haala maqaa gaarii biyyaa calaqqisiisuun akka kabajamu gahee keenya ni bahanna-Dargaggoota
Finfinnee, Fulbaana 21, 2017 (FBC)- Irreechi karaa duudhaa isaa eeggatee fi maqaa gaarii biyyaa haala calaqqisiisuun akka kabajamuuf gahee isaanii akka bahataan daraggoonni Magaalota…
Naannoo Amaaraatti hojii olaantummaa seeraa kabachiisuun tarkaanfiin fudhatamaa jira-Mootummaa…
Finfinnee, Fulbaana 21, 2017 (FBC)- Naannoo Amaaraatti hojii olaantummaa seeraa kabachiisuu hojjetamaa jiruun tarkaanfiin fudhatamaa jiraachuu Mootummaa Naannichaa beeksise.
Hogganaan…
Manni Maree Ministirootaa walga’ii gaggeesseen murtoo dabarse
Finfinnee, Fulbaana 21, 2017 (FBC)- Manni Maree Ministirooraa Walga’ii idilee 39ffaa gaggeesseen dhimmoota garaagaraarratti mari’achuun murtoo dabarseera.
Manni marichaa tarsiimoo galii…
Torbeen Tuuriizimii Oromiyaa gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Fulbaana 21, 2017 (FBC)-Torbee Tuurizimii Oromiyaa har'a Finfinneetti gaggeeffamuu eegaleera.
Sagantichi guyyoota 3’f kan turu yoo ta’u, waa’ee hambaalee aadaa fi hawwata…
Oromiyaatti hidhawwan naannawaa Gammoojjitti ijaaraman Horsiisee Bultoota fayyadamoo taasisaa jiru…
Finfinnee, Fulbaana 21, 2017 (FBC)-Naannoo Oromiyaatti hidhawwan xixiqqaa fi giddugaleessa naannawaa gammoojjitti ijaaramaa jiran Horsiisee Bultoota misooma jallisiin fayyadamoo taasisaa…
Komishinichi Naannoo Afaaritti waltajjii Marii ajandaa walitti qabuu eegale
Finfinnee, Fulbaana 21, 2017 (FBC)- Komishininiin Marii Biyyaalessaa Naannoo Afaaritti waltajjii marii ajandaa walitti qabuu Magaalaa Samaaraatti eegaleera.
Waltajjicharratti kutaaleen…
Haalli waqtaawaa Libaanositti mudate nageenya lammiilee Itiyoophiyaarra rakkoo akka hin qaqqabsiifne…
Finfinnee, Fulbaana 20, 2017 (FBC) – Haalli waqtaawaa Libaanositti mudate nageenya lammiilee Itiyoophiyaarra rakkoo akka hin qaqqabsiifne itti dhiyeenyaan hordoffiin taasiifamaa jiraachuu…