Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Abiy Yaa’ii Torbee Atoomikii Addunyaarratti hirmaachuuf Raashiyaa galan
Finfinnee, Fulbaana 15, 2018 (FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Yaa’ii Torbee Atoomikii Addunyaarratti hirmaachuuf Raashiyaa galaniiru.
#Oromia #Ethiopia…
Biirichi hanqina dhiyeessii bishaan dhugaatii qulqulluu furuuf hojjechaa jira – Injiinar…
Finfinnee, Fulbaana 15, 2018 (FMC) - Biirichi hanqina dhiyeessii bishaan dhugaatii qulqulluu furuuf xiyyeeffannoon hojjechaa jira jedhan Hoggantuun Biiroo Bishaanii fi Inarjii Oromiyaa…
Oromiyaatti Boqqolloon Lafa Heektara miiliyoona 2.4 ol irratti misoome- Obbo Geetuu Gammachuu
Finfinnee, Fulbaana ,15 2018 (FMC) -Naannoo Oromiyaatti lafti heektarri miiliyoonni 2 fi kumni 400 ol sanyii boqqolloon misoomeera jedhan Hogganaan Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu…
Kabaja ayyaana Daamaraa Masqalaa sababeeffachuun daandiiwwan tajaajila Tiraafikaaf cufaman ifooman
Finfinnee, Fulbaana 15, 2018 (FMC)- Poolisiin Magaalaa Finfinnee Kabaja ayyaana Daamaraa Masqalaa sababeeffachuun daandiiwwan tajaajila Tiraafikaaf cufaman ifoomseera.
Ayyaana Daamaraa…
Hojiin nageenya naannichaa waareessuu cimee itti fufa
Finfinnee, Fulbaana 15, 2018 (FMC)- Hojiin nageenyaa fi tasgabbii naannichaa waareessuu cimee itti fufaa jedhe Manni Maree Nageenya Naannoo Hararii.
Manni Maree nageenyaa naannichaa haala…
Raayyaa cimaa dirqama isaa ga’umsaan ba’uu danda’u…
Finfinnee, Fulbaana 15, 2018 (FMC) - Raayyaa jabaa walabummaa fi faayidaa biyyaalessaa Itiyoophiyaa kabajchiisuuf dirqama kamiyyuu ga’umsa amansiisaan ba’uu danda’u ijaarameera jedhan…
Iddoon Ayyaanni Daamaraa itti kabajamu qulqulleeffame
Finfinnee, Fulbaana 15, 2018 (FMC)- Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti iddoon Sagantaan kabaja Ayyaana Damaraa Masqalaa itti gaggeeffamu qulqulleeffame.
Saganticharratti Sadarkaa itti aanaa…
Hidhi Haaromsaa xumuramuu hordofee Antooniyoo Guutareez ergaa baga gammaddanii dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 15, 2018 (FMC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Barreessaa olaanaa mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez waliin dhimmoota waloorratti mari'ataniiru.…
Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee muudama garaagaraa kenne
Finfinnee, Fulbaana 14, 2018(FMC)- Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee muudama garaagaraa kenneera.
Haaluma kanaan:-
1. Obbo Haftaay Gabra’igzaabiheer Hogganaa Biiroo Kominikeeshinii
2.…
Itiyoophiyaafi Keeniyaan tumsa damee loltummaan qaban cimsuuf waliigalan
Finfinnee, Fulbaana 14, 2018(FMC)- Itiyoophiyaafi Keeniyaan tumsa damee loltummaan qaban cimsuuf waliigaltee mallatteessan.
Waliigalticha Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Humnoota Waraanaa…