Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Misooma Qarqara lagaa Inxooxxoo –Qabbanaa yaadama ida’amuu gochaan…
Yaadamni ida’amuu beekumsa xabboo fi dandeettii giddugala godhachuun, kaleessaa fi har'a qindeessuun, biyya fooyyoftee fi badhaadhate dhaloota dhufuuf dabarsuu mul’ata olaanaadha.…
Itiyoophiyaan gabaa kaarbaniirraa akka fayyadamtuuf…
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2018 (FMC) – Sagantaan Ashaaraa Magariisaa Itiyoophiyaan gabaa kaarbaniirraa akka fayyadamtuuf gumaachaa guddaa qaba jedhe Ministeerri Qonnaa.
Tarsiimoowwan…
Hawaasni dippiloomaasii biqiltuu Ashaaraa magariisaa dhaaban
Finfinnee,Waxabajjii 23, 2018 (FMC) – Hawaasni dippiloomaasii teessoo isaanii Finfinnee godhatan biqiltuu Ashaaraa magariisaa dhaabaniiru.
Ministir Deetaa Ministeera Dhimma Alaa…
Qormaanni kutaa12ffaa kennamuu eegale
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2018 (FMC)- Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa guutuu biyyatiitti kennamuu eegaleera..
Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofesar Birhaanuu Naggaan giddugala…
Tumsa Itiyoophiyaafi Soomaaliyaa misooma naannawaa giddugaleeffate…
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2018(FMC)- Tumsi Itiyoophiyaafi Soomaaliyaa cimaa dhufe nageenyaafi tasgabbii naannawichaa keessatti qooda isaa bahachaa jira.
Biyyoonni lameen daangaarra darbee…
Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa irratti meeshaalee barattootaaf hin eeyyamamne…
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2018(FMC)- Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 borurraa eegalee hanga Adoolessa 16, 2018’tti marsaa jahaan kennama.
Qormaatichaaf barattoonni saayinsii…
Kantiibaa Adaanech Abeebeen qaamolee milkaa’ina misooma qarqara lagaa Inxooxxoo- Qabbanaaf…
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2018(FMC)- Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen qaamolee milkaa’ina misooma qarqara lagaa Inxooxxoo- Qabbanaaf gaheesaanii bahatan…
Dippiloomaasii ulaa galaanaa fi walitti hidhamiinsa naannawaa …
Dippiloomaasiin ulaa galaanaa Itiyoophiyaa haala bilchina qabuun kan dhiyaatee fi fageessanii yaaduun kan itti mul’ate yoo ta’u fedhiiwwan siyaasaa walxaxaa naannawichaa qajeeltoo…
Finfinneetti barattoota qormaata kutaa 8ffaa fudhatan keessaa % 95.85 gara kutaa 9ffaatti darban
Finfinnee,Waxabajjii 22, 2018 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti barattoota qormaata Sadarkaa Magaalaa kutaa 8ffaa fudhatan Kuma 85 fi 737 keessaa % 95.85 gara kutaa itti aanuutti darbaniiru.…
Hariiroon uummattootaa Itiyoophiyaafi Chaayinaa cimee akka itti fufuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa…
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2018(FMC)- Hariiroon uummattootaa Itiyoophiyaafi Chaayinaa cimee akka itti fufuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira jedhan Sadarkaa Ministira Muummee Itti aanaatti…