Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ga’aatti ilaaluu dhabuu keenyaan, miidhagina magaalaa keenyaa utuu hin argin barootaaf…
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2018 (FMC) - Finfinnee Waan gahaatti ilaaluu dadhabneef, miidhagina ishee arguun nuuf malu osoo hin argin barootaaf hafneerra jedhan Ministirri Muummeen Dooktar…
Finfinneen gaaffilee fi fedhiiwwan bu’uuraa jiraattota ishee qabatamaan deebisaa jirti –…
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2018 (FMC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee gaaffiin fi fedhiin bu'uuraa jiraattota magaalaa Finfinnee qabatamaan deebi'aa jiraachuu ibsan.…
Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad piroojektii misooma qarqara lagaa Inxooxxoo-Qabbanaa…
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2018 (FMC) - Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad piroojektii misooma qarqara lagaa Inxooxxoo-Qabbanaa har'a ifatti eebbisaniiru.
Ministirri Muummee Dooktar…
Dafqa keenyaan gaaddisa dhalootaa dhaabuun madaala uumamaa tiksina – Obbo Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2018 (FMC) - Dafqa keenyaan Gaaddisa dhalootaa dhaabuun madaala uumamaa tiksina jedhan Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa.
Obbo…
Daandiin Qilleensichaa badhaasa tajaajila fe’umsaa filatamaa Afrikaa injifate
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2018 (FMC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa badhaasa tajaajila fe’umsaa filatamaa Afrikaa( AFLAS) 2026 injifateera.
Daandiin qilleensichaa badhaasicha kan…
Itiyoophiyaa badhaate dhaloota dhufutti dabarsuuf kutannoon hojjetamaa jira- Ambaasaaddar Reedwaan…
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2018 (FMC)- Itiyoophiyaa badhaate dhaloota dhufutti dabarsuuf kutannoon hojjetamaa jira jedhan Daayrektarri Olaanaan Tajaajila Odeeffannoo Biyyaalessaa Ambaasaaddar…
Yuuniivarsiitiin Barnootaa Kotabee barattoota kuma 2 fi 882 eebbisiise
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2018 (FMC)- Yuuniivarsiitiin Barnootaa Kotabee barattoota dameewwan barnootaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 2 fi 882 guyyaa har’aa eebbisiiseera.…
Magaalichatti tajaajila tola ooltummaa nageenya tiraafikaa irratti lammileen kumni 10 ni hirmaatu-…
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2018 (FMC)- Magaalaa Finfinneetti tajaajila tola ooltummaa nageenya tiraafikaa irratti lammileen kumni 10 ni hirmaatu jedhe Komishiniin Hirmaannaa Hawaasaafi…
ABUT duraanii dirqiin loltoota waraanaaf filuun waliigaltee Piriitooriyaa kan cabseedha – Gamtaa…
Finfinnee,Waxabajjii 20, 2018 (FMC) –ABUT duraanii dirqiin loltoota waraanaaf filuun waliigaltee Piriitooriyaa kan cabseedha Itiyoophiyaatti Jila Gamtaa Awurooppaa.
Jilli gamtichaa ibsa…
Fedhii odeeffannoo ummataa guutuuf odeeffannoo ammayyeessuun murteessadha – Innaatalem Mallas
Finfinnee,Waxabajjii 20, 2018 (FMC) – Fedhii odeeffannoo ummataa guutuuf odeeffannoo ammayyeessuu fi daataa ammayyoome fayyadamuun murteessaadha jedhan Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii…