Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Kurmaana jalqabaatti dameelee hundaan bu’aan qabatamaan galmaa’e – Dooktar Fitsuum…
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2018 (FMC) – Kurmaana jalqabaatti dameelee hundaan bu'aan qabatamaan galmaa'eera jedhan Ministirri Pilaanii fi Misoomaa Dooktar Fitsuum Asaffaan.
Dooktar…
Paartiin Diimokiraatawaa Tigraay Simrat yaa’ii gaggeessaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2018 (FMC) – Paartiin Diimokiraatawaa Tigraay Simrat yaa’ii hundeeffamaa magaalaa Finfinneetti gaggeessaa jira.
Birmadummaa ummata Tigraay eeguuf hojjechuu…
Faanaa Miidiyaa Koorporeeshin bifa Magaalaa Finfinnee beeksisuu keessatti gahee olaanaa bahateera –…
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2018 (FMC) – Faanaa Miidiyaa Koorporeeshin Biiroo Kominikeeshinii magaalaa Finfinnee waliin tumsaan hojjechuuf waliigale.
Hoggantoonni biiricha har’a Faanaa…
Oromiyaatti Bona kana lafa hektaara miiliyoona 4 ol jallisii boneen Qamadii misoomsuuf hojjetamaa…
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2018 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti Bona kana lafa hektaara miiliyoona 4 ol jallisii boneen Qamadii misoomsuuf hojjetamaa jira jedhe Biiroon Qonnaa naannichaa.…
Afrikaan saffisaa fi jijjiirama addunyaa si’anaa faana akka imaltu tumsaan hojjechuun…
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2018 (FMC) – Afrikaan qabeenya kuufamaa qabdu fayyadamtee saffisaa fi haala jijjiirama addunyaa si’anaa faana akka imaltu tumsaan hojjechuun barbaachisaadha…
Ijaarsi Pirojektii madda anniisaa qilleensaa Asallaa % 93 irra ga’e
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2018 (FMC) – Ijaarsi pirojektii madda anniisaa qilleensaa godina Arsii aanaa Heexosaatti ijaaramaa jiru % 93 irra gahe jedhe Humni Elektirikaa Itiyoophiyaa.…
Koreen Hojii Raawwachiiftu Paartii Badhaadhinaa walga’ii gaggeessuu eegale
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2018 (FMC) – Koreen Hojii Raawwachiiftu Paartii Badhaadhinaa walga’ii gaggeessuu eegaluu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.
Korichi…
Fooramiin Xaanaa har’a Magaalaa Bahiirdaaritti taa’ama
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2018 (FMC) – Fooramiin Xaanaa 11ffaan har’a Magaalaa Bahiirdaaritti taa’ama.
Fooramnichi mata duree ‘Afrikaa Sirna jijjiiramaa Addunyaa waliin’ jedhuun…
Mootummaan Naannoo Oromiyaa galmoota gama hawaasummaan qabate keessaa tokko dhaloota saanyinsii fi…
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2018 (FMC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa galmoota gama hawaasummaan qabate keessaa tokko dhaloota saanyinsii fi teknooloojiin dorgomaa ta’e uumudha jedhe…
Magaalaan Harar Fooramii Diinagdee Addunyaa irratti beekamtii argatte
Finfinnee, Onkoloolessa 13, 2018 (FMC) - Harar magaalaa xuraawaa pilaastikaa irraa bilisoomsuuf inisheetiivii egalameen fooramii dinagdee addunyaa irratti beekamtii argatteetti jedhan…