Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Faayidaalee ashaaraa magariisaa…
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2018 (FMC) – Akkuma injifannoo lola Adwaa fi ijaarsa Piroojektii Hidha Haaromsaa, sagantaan Ashaaraa Magariisaas sosochii Itiyoophiyaanoota tokkummeessedha.…
Finfinneetti waggoottan darban tola ooltummaan hojiileen Birrii biiliyoona 55.7 baasan hojjetaman
Finfinnee,Waxabajjii 10, 2018 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti waggoottan darban tajaajila tola ooltummaan hojiileen Birrii biiliyoona 55.7 baasan hojjetaman jedhe Bulchiinsi magaalichaa.…
Deeggarsi teeknooloojii mootummaan Ingiliz damee Aviyeeshinii ammayyeessuuf taasise nageenya waloo…
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2018(FMC) – Deeggarsi teeknooloojii mootummaan Ingiliz damee Aviyeeshinii ammayyeessuuf taasise nageenya waloo mirkaneessuuf gargaara jedhan Itti aanaan Daayrektara…
Gaaffiiwwan uummataaf deebii kennuuf karoora keenya guyyoottan 90 xiyyeeffannoon ni raawwanna-…
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2018(FMC) – Gaaffiiwwan uummataaf deebii kennuuf karoora keenya guyyoottan 90 itti aananii xiyyeeffannoo addaan ni raawwanna jedhan Kantiibaan magaalaa Finfinnee…
Bakka buutonni hidhattoota duraanii Naannoo Oromiyaa keessa socho’aa turanii ajandaa isaanii…
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2018(FMC) - Bakka buutonni hidhattoota duraanii Naannoo Oromiyaa keessa socho’aa turanii ajandaa isaanii Komiishinii Maree Biyyaalessaa Itiyoophiyaaf kennaniiru.…
Humni Qilleensaa Itiyoophiyaa gaachana qilleensarraa birmadummaa biyyaa kabachiisudha- L/Jeneraal…
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2018(FMC)- Humni Qilleensaa Itiyoophiyaa gaachana qilleensarraa birmadummaa biyyaa kabachiisudha jedhan Ajajaa Olaanaan Humna Qilleensichaa Leetenaal Jeneraal Yilmaa…
Ashaaraan magariisaa ilaalcha “ hin danda’an” jedhu cabse- Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2018(FMC)- Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad Ashaaraan magariisaa ilaalcha “ hin danda’an” jedhu qabatamaan cabseera jedhan.
Ministirri Muummee Dooktar…
Buufanni Xiyyaaraa Idil-addunyaa Bishooftuu hojii guddaa Afriikaanis akka dandeessu addunyaatti…
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2018 (FMC) - Minisitirri Mummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad Buufanni Xiyyaaraa Idil-addunyaa Bishooftuu pirojeektii guddaa Itiyoophiyaa qofa osoo hintaane Afriikaanis…
Ergaa Waajjira Ministira Muummee
Buufanni xiyyaaraa Idil-addunyaa haaraan Bishooftuu Finfinneerraa fageenya kiiloomeetira 40 irratti, qixa sirrii galaanaa irraa meetira kuma 1 fi 910 irratti ijaaramaa jira.
Dandeettii…
Weellisaa Sammaanyi Balaw addunyaa kanarraa du’aan boqote
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2018(FMC)- Weellisaa Sammaanyi Balaw dhibee isa mudateen yaalamaa turuun guyyaa har’aa addunyaa kanarraa du’aan boqoteera.
Weellisaa Sammaanyi Balaw hojiiwwan…