Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Guddina Itiyoophiyaa itti fufsiisuuf uummanni biyyattii waloon hojjechuu qaba- Obbo Aganyahu…
Finfinnee, Sadaasa 28, 2018 (FMC)- Af-yaa’iin Mana Maree Federeeshinii obbo Aganyahu Tashaagar guddina Itiyoophiyaa itti fufsiisuuf uummanni biyyattii waloon hojjechuu akka qabu dhaaman.…
Kabaja Guyyaa Saboota, Sablammootaafi Uummattootaa 20ffaa sababeeffachuun Magaalaa…
Finfinnee, Sadaasa 28, 2018 (FMC)- Kabaja Guyyaa Saboota, Sablammootaafi Uummattoota Itiyoophiyaa 20ffaa sababeeffachuun Magaalaa Hosaa'inaatti Siimpooziyeemiin gaggeeffamaa jira.…
Pirojektoonni misiraachoowwan Guubaa mul’ata badhaadhina biyyaa kan dhugoomsanidha- Dooktar Alamuu…
Finfinnee, Sadaasa 28, 2018 (FMC)- Pirojektoonni Itiyoophiyaan misiraachoowwan Guubaa irratti ifoomsite wayita xumuraman badhaadhina biyyaaf mul’ata qabame kan dhugoomsanidha jedhan…
Kenniinsa tajaajilaa fooyyessuufi madda kira sassaabdummaa hundeerraa gogsuun murteessadha –…
Finfinnee, Sadaasa 27, 2018 (FMC) – Seenessa waloo jabeessuun dhaloota dhufu Badhaadhina dhaalchisuuf mootummaan cichoominaan hojjechaa jira jedhan Sadarkaa Ministiraatti Itti Gaafatamaan…
Hojiin Paarkii Biyyaalessaa Gaarreen Baalee caalmaatti misoomsuu fi mijaataa gochuu hojjetamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 27, 2018 (FMC) – Lakkoofsi Turistoota biyya keessa fi Alaa Paarkii Biyyaaleessa Garreen Baalee daawwatanii dabalaa dhufuu Itti Gafatamaa Damee Turizimii Paarkii…
Ministirri Muummee Kaameeruun waliigaltee Itiyoo-Telekoomii fi ‘CAMTEL’ gidduutti taasifame…
Finfinnee, Sadaasa 27, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee Kaameeruun Jooseef Diiyoon Niguuteen waliigaltee Itiyoo-Telekoomii fi ‘CAMTEL’ gidduutti taasifame dinqisiifataniiru.
Itiyoo-Telekoom…
Kitaabni ogummaa farra riphee lolaa jedhu eebbifame
Finfinnee, Sadaasa 27, 2018 (FMC) – Ambaasaaddar Jeneraal Baacaa Dabaleen kan barreeffame Kitaabni 'ogummaa farra riphee lolaa' jedhu eebbifameera.
Qondaaltoota waraanaa Itiyoophiyaa…
Mootummaan gaaffiilee ummataa deebii sirrii ta’e ni kenna- Kantiibaa Adaanech Abeebee
Finfinnee, Sadaasa 27, 2018 (FMC) – Jiraattota Magaalaa Finfinnee kutaalee magaalaa hundarraa walitti babba'an waliin dhimmoota gara garaa irratti mariin gaggeeffameera.
Bakka bu’oonni…
Ijoolleen hoggantoota Afrikaa sosochii Paan-Afrikaaniizimiin beekamanii Hidha Haaromsaa daawwatan
Finfinnee, Sadaasa 27, 2018 (FMC) –I joolleen hoggantoota Afrikaa sosochii Paan-Afrikaaniizimiin beekamanii magaalaa Piroojektii Hidha Guddicha Haromsa Itiyoophiyaa daawwatan.
Daawwannaa…
Yuunivarsiitichi guyyaa hundeefama isaa waggaa 30ffaa kabaja jira
Finfinnee, Sadaasa 27, 2018 (FMC) – Yuunivarsiitiin Naannoo Oromiyaa guyyaa hundeefama isaa waggaa 30ffaa kabaja jira.
Yuunivarsiitiin Naannoo Oromiyaa waggootan 30n darban keessa…