Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dhaabbileen amantaa giddugala ajandaa siyaasaa kamiiyyuu ta’uu hin qaban – Ministeera…
Finfinnee, Caamsaa 29, 2018 (FMC) – Dhaabbileen amantaa biyyattii giddugala ajandaa siyaasaa kamiiyyuu ta’uu hin qaban jedhe Ministeerri Nageenyaa.
Ministirri Ministeera Nageenyaa obbo…
Diinoonni keessaa fi alaa yaaliin adeemsa filannoo gufachiisuuf taasisan fashalaa’e – Ministeera…
Finfinnee, Caamsaa 29, 2018 (FMC) – Diinoonni keessaa fi alaa yaaliin adeemsa filannoo gufachiisuuf taasisaa turan qindoomina ummataa fi qaamolee nageenyaan fashalaa’eera jedhe Ministeerri…
Kaabineen magaalaa Finfinnee murtoowwan garaagaraa dabarse
Finfinnee, Caamsaa 28, 2018(FMC)- Kaabineen Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee walga’ii idilee 11ffaa waggaa 5ffaa taa’een ajandaalee garaagaraa irratti murtoo dabarseera.
Kaabineen…
Waajjirri Ministira Muummee haala waqtaawaa irratti ibsa kenne
Finfinnee, Caamsaa 28, 2018(FMC)- Waajjirri Ministira Muummee haala waqtaawaa irratti ibsa kenneera.
Guutuun ibsichaa akka itti aanutti dhiyaateera.
Caamsaa 24, 2018 obboroo…
Hirmaannaa fi kaka’umsi filattootaa ijaarsa sirna diimookiraasiif abdii guddaa kan uumedha –…
Finfinnee, Caamsaa 28, 2018 (FMC) – Hirmaannaa fi kaka’umsi filattootaa filannoo waliigalaa 7ffaarratti mul’ate ijaarsa sirna diimookiraasiif abdii guddaa kan uumedha jedhe Federeeshiniin…
Oromiyaatti qonna Gannaan hanga ammaatti lafti hektaarri miiliyoonni 8.1 qophaa’e
Finfinnee, Bitootessa 28, 2018 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti qonna Gannaan hanga ammaatti lafti hektaarri miliyoonni 8 fi kumni 100 qophaa’uun miiliyoonni 2 fi kumni 600 ammoo sanyiin…
Ummanni filannoo qofa hin gaggeessine, imaanaa guddaa qaama filatetti kenne – Hayyuu Siyaasaa
Finfinnee, Caamsaa 28, 2018 (FMC) – Ummanni filannoo waliigalaa 7ffaan filannoo qofa hin gaggeessine, imaanaa guddaa qaama filatetti kenne jedhan Yuunivarsiitii Finfinneetti Hayyuun…
Kantiibaan duraanii magaalaa Finfinnee Ambaasaaddar Alii Abdoo addunyaa kanarraa du’aan boqotan
Finfinnee, Bitootessa 28, 2018 (FMC) – Kantiibaan duraanii Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Ambaasaaddar Alii Abdoo addunyaa kanarraa du’aan boqotaniiru.
Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde…
Kantiibaa Adaanech Abeebeen Tajaajila dijiitaalaa Giddugala Tokkoo Masoob hojii eegalchiisan
Finfinnee, Caamsaa 27, 2018(FMC) - Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen Tajaajila Dijiitaalawaa Giddugala Tokkoo Masoob 8ffaa hojii eegachiisaniiru.
Aadde Adaanech fuula…
Shira filannoo gufachiisuuf yaadame fashaleessuun hojiin nageenyaa birmadummaa biyyaa mirkaneesse…
Finfinnee, Caamsaa 27, 2018(FMC)- Shirri filannoo waliigalaa 7ffaa gufachiisuuf diinota keessaafi alaan qindaa’e fashaleessuun hojiin nageenyaa birmadummaa biyyaa mirkaneesse hojjetameera…