Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Adeemsi filannoo waliigalaa 7ffaa milkaa’aa ture – Mana marichaa
Finfinnee, Caamsaa 26, 2018 (FMC) – Adeemsi filannoo waliigalaa 7ffaa milkaa’aa ture jedhe Manni Maree Waloo Paartiilee Siyaasaa Itiyoophiyaa.
Filannichi karaa nagaa fi tasgabbii qabuun…
Ambaasaaddar Lamlam Fissahaan xalayaa muudama isaanii dura taa’aa Komishinii Gamtaa Afrikaaf…
Finfinnee, Caamsaa 26, 2018 (FMC) –Gamtaa Afrikaatti Ergamaa dhaabbiin Itiyoophiyaa Ambaasaaddar Lamlam Fissahaan xalayaa muudama isaanii dura taa’aa Komishinii Gamtaa Afrikaa Mahaammud Alii…
Filannoo hirmaachisaa fi hammataa ta’e ilaalleerra – Uhuuruu Keeniyaataa
Finfinnee, Caamsaa 26, 2018 (FMC) — Filannoon Biyyaalessaa 7ffaa Itiyoophiyaa hirmaannaan paartilee siyaasaa hedduu kan itti argame, kan hunda hammate fi hirmaachisaa akka ture…
Dooktar Abiy Ahimad jila Taajjabdootaa Gamtaa Afrikaa galateeffatan
Finfinnee, Caamsaa 26, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad jila Taajjabdootaa Gamtaa Afrikaa adeemsa filannoo waliigalaa 7ffaa taajjabaa ture galateeffataniiru.…
Hirmaachisummaa filannoo mirkaneessuuf hojiileen hojjetaman kan jajjabeeffamaniidha – IGAD
Finfinnee, Caamsaa 26, 2018 (FMC) –Dhaabbanni Misoomaa Mootummoota Baha Afrikaa hirmaachisummaa filannoo waliigalaa 7ffaa mirkaneessuuf hojiileen hojjetaman kan jajjabeeffamaniidha jedhe.…
Filannoon waliigalaa 7ffaan ce’umsa dimookiraasii Itiyoophiyaaf bu’uura kan kaa’uudha-…
Finfinnee, Caamsaa 26, 2018 (FMC) – Filannoon waliigalaa 7ffaan Itiyoophiyaan Caamsaa 24, 2018 gaggeessite ce'umsa dimookiraasii Itiyoophiyaaf bu'uura kan kaa’uudha jedhe Dhaabbanni Misoomaa…
Oromiyaatti Qormaata Sadarkaa Naannoo Kutaa 6ffaa fi 8ffaaf qophiin xumurame- BBO
Finfinnee, Caamsaa 26, 2018 (FMC)- Naannoo Oromiyaatti qormaata Sadarkaa naannoo kutaa 6ffaa fi 8ffaa kennuuf qophiin barbaachiisu xumurameera jedhe Biiroon Barnootaa Oromiyaa.…
Giddugala Aadaa Booranaa…
Ummanni hanagafti lafarraa hin buqqa’u, qa’ee gadi dhiisee hin godaanu, aadaa, eenyummaa fi maalummaa ofii gadi lakkiseee hindeemu, rakkoo mudate illee ciniinnatee obsaan ce’uun qa’ee…
Gamtaan Awurooppaa fi biyyoonni michootaa adeemsa filannoo waliigalaa 7ffaa dinqisiifatan
Finfinnee, Caamsaa 26, 2018 (FMC) – Gamtaan Awurooppaa fi biyyoonni michootaa adeemsa filannoo waliigalaa 7ffaa Itiyoophiyaan Caamsaa 24, 2018 gaggeessite dinqisiifataniiru.
Imbaasiwwan…
Adeemsi Kenniinsa sagalee filannoo Waliigalaa 7ffaa milkaa’inaan xumurame- Boordicha
Finfinnee, Caamsaa 25, 2018 (FMC)- Adeemsi Kenniinsa sagalee filannoo Waliigalaa 7ffaa milkaa’inaan xumurameera jedhe Boordiin Filannoo Biyyaalessaa.
Walitti qabduun Boordii Filannoo…