Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Boru Oromiyatti mariin ummataa ni gaggeeffama
Finfinnee, Guraandhala 1, 2016 (FBC)- Mariin ummataa qaamoolee hawaasaa garaagaraa hirmaachise boru Naannoo Oromiyaa magaalota 20 ol keessatti kan gaggeeffamu ta’uun eerame.
Marichis…
Hanga ammaatti gaagura kuma 500 olirraa dammi tooniin kuma 57ol misomeera-BQO
Finfinnee, Guraandhala 1, 2016 (FBC)- Hanga ammaatti gaagura kuma 500 ol dhiheessuun dammi tooniin kuma 57ol misoomuu Biiroon Qonna Ormiyaa beeksise.
Godina Iluu Abbaa Boor Aanaa…
Mariin fooyya’iinsa qulqullina barnootaarratti xiyyeeffate gaggeeffame
Finfinnee, Guraandhala 1, 2016 (FBC)- Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaas hanqina qulqullina barnootaan jiru irratti qorannoo taasiserratti qaamolee dhimmichi ilaallatu waliin mari’ateera.…
Humni Walooo Sagantaaleen Finfinneetti gaggeeffaman milkiin akka xumuraman hojiitti galuu beeksise
Finfinnee, Guraandhala 1, 2016 (FBC)- Humni Waloo Tikaa fi Nageenya Biyyaalessaa sagantaaleen Finfinneetti gaggeeffaman milkiin akka xumuramaniif hojitti galuu beeksiseera.
Guraandhala…
Aadde Sa’aadaa Abdurrahmaan hojiilee misoomaa Magaalaa Jimmaa daawwatan
Finfinnee, Guraandhala 1, 2016 (FBC) – Af Yaa'iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa'aadaa Abdurrahmaan hojiilee misoomaa Magaalaa Jimmaatti hojjetamaa jiran daawwataniiru.
Kantiibaan Bulchiinsa…
Dooktar Abiy raawwii hojii bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay gamaaggamuu eegalan
Finfinnee, Guraandhala 1, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad raawwii hojii bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay gamaaggamuu eegalaniiru.
Bulchiinsi yeroo naannichaa erga…
Manni Maree Dhimmoota Islaamummaa Naannoo Tigraayiif deeggarsa Birri miiliyoona 67.2 taasise
Finfinnee, Amajjii 30, 2016(FBC)–Manni Maree Dhimmoota Islaamummaa Waliigalaa Itiyoophiyaa Naannoo Tigraayiif deeggarsa Birrii miiliyoona 67.2 taasiseera.
Jilli Pireezidaantii Mana…
Jilli Obbo Geetuun durfamu Godina Iluu Abbaa Booraa Aanaa Halleetti qophii biqilaa baala shaayii…
Finfinnee, Amajjii 30, 2016 (FBC) – Jilli Hoogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuun durfamu Godina Iluu Abbaa Booraa Aanaa Halleetti hojii qophii biqilaa baala shaayii…
Naannoo Gaambeellaatti boruu eegalee sa’aatii hojii Mootummaarratti jijjiiramni ni taasiifama…
Finfinnee, Amajjii 30, 2016 (FBC) – Naannoo Gaambeellaatti hoo’iinsi dabalaa dhufuu hordofee boruu eegalee sa’aatii hojii Mootummaarratti jijjiiramni kan taasiifamu ta’uu Manni Maree…
Waldaaleen Hojii Gamtaa muuxannoo hojii fi aadaa gamtaan hojjachuu babal’isuuf qooda olaanaa…
Finfinnee, Amajjii 30, 2016 (FBC) – Egzibiishinii, Baazaariifi Simpooziyeemii Waldaalee Hojii Gamtaa 10ffaan banameera.
Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeefi Ministirri…