Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aadde Adaanech jila Itti Aanaa Barreessaa Olaanaa Paartii Koministii fi Pireezidaantii…
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2016 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen jila Itti Aanaa Barreessaa Olaanaa Paartii Koministii fi Pireezidaantii Inistiityuutii Hoggansaa…
Hundeeffama Waggaa 80ffaa Kilaba Ispoortii ‘Machaal’ irratti Ispoorteessitoonni bebeekamoon…
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2016 (FBC) – Sirna kabaja hundeeffama Waggaa 80ffaa Kilaba Ispoortii Machaal’ irratti Ispoorteessitoonni bebeekamoom Poorchuugaal akka argamaniif hojjechaa…
Ambaasaaddar Taayyeen Barreessa Olaanaa Komishinii Dinagdee Afrikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2016 (FBC)-Ministirri Ministeera Dhimma Ala Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Barreessaa Olaanaa Komishinii Diinagdee…
Hidhattoota duraanii deebisanii dandamachiisuuf qaamoleen dhimmichi ilaallatu gahee isaanii akka…
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2016 (FBC)- Hidhattoota duraanii deebisanii dandamachiisuuf qaamoleen dhimmichi ilaallatu gahee isaanii akka bahatan Komishiniin Haaromsa Biyyaalessaa gaafate.…
Gargaaramtummaa maksinee Oomishtummaan birmadummaa biyyaa guutuu taasifna-BKO
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2016 (FBC)- Gargaaramtummaa maksinee Oomishtummaan birmadummaa biyyaa guutuu taasifna jechuun Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa ibse.
Biirichi ibsa baaseen…
Bara kana barattoonni kumni 178 qormaata ba’umsaa ni fudhatu jedhame
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2016 (FBC) – Bara kana barattoonni kumni 178 qormaata ba’umsa Yuunivarsiitii kan fudhatan ta’uu Ministeerri Barnootaa beeksiise.
Qormaata har’aa eegalee hanga…
Pirojektiin bishaan dhugaatii Booraalee Birrii miliyoona 24 ijaarame tajaajila eegale
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2016 (FBC)- Piroejktiin bishaan dhugaatii Booraalee Godina Harargee Bahaa Aanaa Gursumitti Birrii miliyoona 24’n ijaarame tajaajila kennuu eegale.
Pirojektichi…
Boongaatti ijaarsa mana kitaaba “Dhaloota Ida’amuuf” dhagaan bu’uura kaa’ame
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Ummatoota Kibba Lixaa Itiyoophiyaa Dooktar Injiinar Nagaash Wageeshoon Magaalaa Boongaatti ijaarsa Mana kitaaba "Dhaloota…
Baatiiwwan 10’n darban barattoonni miiliyoona 7.8 fayyadamtoota sagantaa nyaataa ta’aniiru-TKM
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2016 (FBC)-Baatiiwwan 10’n darban barattoota miiliyoona 7.8 fayyadamtoota sagantaa nyaataa ta’uu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksise.
Tajaajilichi…
Rakkoo keessaa ba’uuf waliigaltee fi tokkumman hojjechuu qabna – Obbo Araggaa Kabbadaa
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2016 (FBC) – Rakkoo keessaa ba’uuf waliigaltee fi tokkumman hojjechuu qabna jedhan Pireezidaantiin naannoo Amaaraa Obbo Araggaa Kabbadaan.
Naannoo Amaaraatti…