Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Humni qilleensichaa hoggantoota waraanaa ga’umsa qaban horachuun hojiilee bu’aa qabeessa…
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2016 (FBC) – Jijjiirama as hoggansa Waraanaa ga'umsa qaban horachuun hojiilee bu'aa qabeessi hojjetamuu Ajejaa Olaanaan Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa Leetanaal…
Pirojektichi daandiileen magaalichaa sadarkaa guddina magaalichaatiin akka walsiman taasisa-Pir.…
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2016 (FBC)- Pirojektiin ijaarsa daandii Mgaalaa Shaggar daandiileen magaalichaa, sadarkaa guddina magaalichaatiin akka walsiman kan taasisuudha jedhan…
Lammiileen Itiyoophyaa kumni 1 fi 93 gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2016 (FBC)- Balalii marsaa sadii har’a gaggeeffameen Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa kan turan lammiileen Itiyoophiyaa kumni 1 fi 93 gara biyyaatti…
Pireezidaantonni naannolee afranii dhimmoota waloorratti mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2016 (FBC)- Pireezidaantonni naannolee Kibba Itiyoophiyaa, Giddugala Itiyoophiyaa, Sidaamaa fi Kibba Lixa Itiyoophiyaa dhimmoota waloorratti mari’ataniiru.…
Koonfiraansiin hariiroo naannolee ollaa ummata Oromoo, Sidaamaa fi Halaabaa Shaashamanneetti…
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2016 (FBC)- Koonfiraansiin Waloo walitti dhufeenya ummatootaa naannolee ollaa ummatootaa Oromoo, Sidaamaa fi Halaabaa hirmaachise Magaalaa Shaashamanneetti…
Gargaaramtummaa hambisuuf hoggansi kutannoon hojjechuun barbaachisaadha jedhame
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan qabeenya uumamaa ishee misoomsuun gargaaramtummaa hambisuuf galma qabame milkeessuuf hoggansi kutannoon hojjechuu akka qabu akeekame.…
Qorichaalee dandeettii ofiin oomishuun dhimma boruuf dhiifamu miti-Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2016 (FBC)- Qorichaalee dandeettii ofiin oomishuun dhimma boruuf dhiifamu miti jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Agarsiisaa innooveeshinii fi…
Qorichaalee fi galteewwan wal’aansaa biyya keessatti oomishuuf haalli mijataan umameera-MM Dooktar…
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2016 (FBC)-Qorichaalee fi galteewwan wal’aansaa biyya keessatti oomishuuf haalli mijataan umamuu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.
Dooktar Abiy…
Torbeen Barnootaa Leenjii Teekinikaa fi Ogummaa Magaalaa Finfinnee baname
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2016 (FBC)-Torbeen Barnootaa Leenjii Teekinikaa fi Ogummaa 14ffaan sadarkaa Magaalaa Finfinnee baname.
Sagantichi mata duree "Teekinikaa fi ogummaa misooma…
Itiyoophiyaan Yaa’ii Ministiroota tuuriizimii BRICS irratti hirmaachaa jirti
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan Yaa’ii Ministiroota Tuuriizimii Biyyoota BRICS Raashiyaatti gaggeeffamaa jirurratti hirmaachaa jirti.
Ministirri Ministeera Tuuriizimii…