Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Agarsiifni michummaa Itiyoo – Jibuutii xumurame
Finfinnee, Amajjii 30, 2016 (FBC) – Agarsiifni michummaa Itiyoo - Jibuutii xumurameera.
Agarsiisichi biyyoonnii lamaan seenaa ,aadaa fi hariiroo obbolummaa qaban kan hubachisee ta'uu…
Ambaasaaddar Reedwaan Huseen Daayreektara Olaanaa Tajaajila Odeeffannoo fi Nageenya Biyyaalessaa…
Finfinnee, Amajjii 30, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad muudamoota garaagaraa kenneen.
Haaluma kanaan Ambaasaaddar Reedwaan Huseen Daayreektara Olaanaa Tajaajila…
Humni Qilleensaa Ramaddii 3ffaan farreen nageenya fi Alshabaabiin dhabamsiisuu keessatti seenaa…
Finfinnee, Amajjii 30, 2016(FBC) – Humni qilleensaa Ramaddii 3ffaan farreen nageenyaa fi Alshabaabiin dhabamsiisuu keessatti seenaa olaanaa kan qabuudha jedhan Ajajaa Olaanaan Humna…
Dooktar Maqidas Dhaabaa eenyu?
Finfinnee, Amajjii 30, 2016(FBC) –Dooktar Maqdas Dhaabaa Magaala Finfinneetti dhalatanii guddatan.
Yuuivarsiitii hawaasatti Ogummaa fayyaan Digirii Jalqabaa, akkasumaas Fayyaa Hawaasaan…
Hoggantoonni Paartii badhaadhinaa muudamicharratti mari’achaa turuun kan murteessaniidha-Dooktar…
Finfinnee, Amajjii 30, 2016(FBC) –Hoggantoonni Paartii Badhaadhinaa muudama dhiyaaterratti mari’achaa turuun kan murteessan ta’uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad dubbatan.…
Obbo Tamasgeen Xurunaa Ministira Muummee Ittaanaa ta’uun muudaman
Finfinne, Amajjii 30, 2016(FBC)–Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa yaa'ii idilee 15ffaa bara hojii 3ffaa har’a gaggeesseen Muudamoota garagaraa raggaasiseera.
Haaluma kanaan Obbo Tamasgeen…
Obbo Dammaqaan Ministira Tumsa Misoomaa Beeljiyeem waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 29, 2016 (FBC) - Itti Aanaan Ministira Muummee fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Tumsa Misoomaa Beeljiyeem Kaarooliin Jeeneez waliin…
Haala qabatamaa ummata tokkoo jijjiiruuf hoggansa saffisaafi ga’umsaan waahubatu diriirsuun…
Finfinnee, Amajjii 29, 2016 (FBC) - Haala qabatamaa ummata tokkoo jijjiiruuf hoggansa saffisaafi ga'umsaan waahubatu diriirsuun dirqama ta'uu Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo…
Agarsiisni michummaa Itiyoo -Jibuutii gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 29, 2016 (FBC) – Agarsiisni michummaa Itiyoo_Jiibuutii waggoota 127 mul’isuu gaggeeffameera.
Agarsiisichi hariiroo nageenyaa,misoomaa,aadaa, dippiloomaasii, daldalaa fi…
Koreen Teeknikaa FIFA Dirre Dhawaa gale
Finfinnee, Amajjii 29, 2016 (FBC) – Koreen Teeknikaa Waldaa Kubbaa Miilaa Addunyaa magaalaa Dirre Dhawaa galeera.
Korichi hojiin Haaromsaa fi uffisa marga Artifishaalee Istaadiyeemii…