Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Pirojektiin Bishaan Dhugaatii Erer Eebbifame
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2016 (FBC)- Rakkoo bishaan dhugaatii naannoo Hararii ni fura kan jedhamee pirojaktiin bishaan dhugaatii Erer eebifamee
Piroojaaktichi Birrii miiliyoona 224’n…
Magaalaa Shaggaritti Pirojektii ijaarsaa daandii olaanaadha jedhame eegalchiifame
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2016 (FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti sirni jalqabsiisa pirojektii ijaarsa daandiif dhagaan bu'uuraa kaa'ame.
Sirna jalqabsiisaa pirojektichaarratti…
Bishooftuutti Pirojektoonni Birrii biiliyoona 3.8’n ijaaraman tajaajilaaf qophaa’uun ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2016 (FBC)- Magaalaa Bishooftuutti pirojektoonni Birrii biiliyoona 3.8’n ijaaraman tajaajilaaf qophaa’uun ibsame.
Magaalichatti pirojektoonni misoomaa 175…
Uwwisni bosona Itiyoophiyaa %23.6tti guddachuun eerame
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2016 (FBC)-Uwwisni bosona Itiyoophiyaa %23.6tti guddachuun eerame.
Naannichatti Dargaggoonni miiliyoona 1.5 Tajaajila Tola Ooltummaa Gannaarratti ni hirmaatu jedhame
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2016 (FBC)–Naannoo Tigraayitti Dargaggoota miiliyoona 1.5 Tajaajila tola ooltummaa Gannaarratti hirmaachisuuf qophiin taasifamuu Biiroon Dhimma Dargaggootaa…
Naannichatti hidhattoonni socho’aa turan waamicha nageenyaa mootummaa simachuun deebi’an
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2016 (FBC)- Naannoo Beenishaangul Gumuz Aanaa Guubaa keessaa hidhattoonni socho’aa turan waamicha nageenyaa mootummaa simachuun hidhannoo isaanii waliin deebi’uun…
Pireezidaanti Shimallis Itiyoophiyaatti Bakka Bu’aa UNICEF waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2016 (FBC)-Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo oromiyaa Shimallis Abdiisaan Itiyoophiyaatti Jila Bakka Bu’aa Dhaabbataa Deeggarsaa Daa’immanii Mootummoota Gamtoomanii…
Aadde Adaanech jila Itti Aanaa Barreessaa Olaanaa Paartii Koministii fi Pireezidaantii…
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2016 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen jila Itti Aanaa Barreessaa Olaanaa Paartii Koministii fi Pireezidaantii Inistiityuutii Hoggansaa…
Hundeeffama Waggaa 80ffaa Kilaba Ispoortii ‘Machaal’ irratti Ispoorteessitoonni bebeekamoon…
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2016 (FBC) – Sirna kabaja hundeeffama Waggaa 80ffaa Kilaba Ispoortii Machaal’ irratti Ispoorteessitoonni bebeekamoom Poorchuugaal akka argamaniif hojjechaa…
Ambaasaaddar Taayyeen Barreessa Olaanaa Komishinii Dinagdee Afrikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2016 (FBC)-Ministirri Ministeera Dhimma Ala Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Barreessaa Olaanaa Komishinii Diinagdee…