Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hojiileen Sagantaa Ashaaraa Magariisaan gaggeeffaman dhaloota egereef kan darbaniidha-Billenee…
Finfinnee, Hagayya 10, 2016(FBC)– Hojiileen Sagantaa Ashaaraa Magariisaan gaggeeffaman dhaloota egereef hojiilee darban ta'uu Itti Gaafatamtuun Pirees Sekireetaariyaatii Waajjira Ministira…
Ogummaa babal’isuun xiyyeeffannoo olaanaan hojjetamuu qaba-Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Hagayya 10, 2016(FBC)– Inisheetivoota babal'isuu fi idileessuu dabalatee ogummaa babal’isuun xiyyeeffannoo olaanaan hojjetamuu akka qabu Pireezidaantiin Mootummaa…
Nagaa ummata Somaaliyaaf Raayyaan Ittisa Itiyoophiyaa wareegama olaanaa kaffaleera-F/M Birhaanuu…
Finfinnee, Hagayya 10, 2016(FBC)– Nagaa ummata Somaaliyaaf Raayyaan Ittisaa Biyyaa Itiyoophiyaa wareegama olaanaa kaffaluu Itaamaajoor Shuumiin Raayyaa Ittisa Biyyaa Fiildi…
Atileetonni, Ogeeyyiin Midiiyaa fi Artistoonni biqiltuu dhaaban
Finfinnee, Hagayya 10, 2016(FBC)– Atileetonni, ogeeyyiin midiiyaa fi artistoonni Giddugalaa Biqiltuuwwan Guullalleetti Ashaaraa Magariisaan biqiltuu dhaabaniiru.
Kunis, Ministirri Muummee…
Obbo Tamasgeen Xurunaan hojiilee misoomaa Magaalaa Dirree Dhawaa daawwatan
Finfinnee, Hagayya 10, 2016(FBC)– Ministirri Muummee Ittaanaa Obbo Tamasgeen Xurunaan hojiilee misoomaa Magaalaa Dirree Dhawaatti hojjetaman daawwataniiru.
Daawwannaa isaaniin, hojiilee…
Ambaasaaddar Taayyeen Miseensa Boordii Fooramii Xaanaa waliin mari’atan
Finfinnee, Hagayya 10, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Ministira Muummee Duraanii Burkinaafaasoo fi Miseensa Boordii Fooramii Xaanaa…
Godina Gaamootti balaa sigiga lafaan lubbuun namoota 4 darbe
Finfinnee, Hagayya 10, 2016 (FBC) –Naannoo Kibbaa Itiyoophiyaa Godina Gaamoo Aanaa Geresee ganda Kami’alee Bari'ee Orootti balaa sigiga lafaa mudateen lubbuun namoota 4 darbuun ibsameera.…
Itiyoophiyaan bara 2030tti waliin gahiinsa humnaa dachaa 4’n guddisuuf hojjechaa jirti
Finfinnee, Hagayya 10, 2016 (FBC)– Itiyoophiyaa Bara 2030tti waliingahiinsa humnaa dachaa 4’n guddisuuf hojjechaa jiraachuun ibsame.
Komishiniin Invastimantii Itiyoophiyaa, Ministeera…
Buusaa Gonofaan lafa hektaara kuma 43 fi 581 misoomsaa jiraachuu beeksise
Finfinnee, Hagayya 10, 2016(FBC)–Buusaa Gonofaa Oromiyaa midhaan kuusaa eeggannoo fi deeggarsa guyyaaf ooluu lafa hektaara kuma 43 fi 581 misoomsaa jiraachuu beeksise.
Misooma qonnaa…
Fooramii Magaalota Afrikaa keessummeessuuf qophiin duraa xumurameera-MMBM
Finfinnee, Hagayya 10, 2016(FBC) – Fooramii Magaalota Afrikaa jalqabaa keessummeessuuf qophiin duraa xumuramuu Ministeerri Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa beeksise.
Fooramichi mata duree…