Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni marichaa boru mudamoota garaagaraa ni raggaasisa
Finfinnee, Amajjii 29, 2016 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee 15ffaa bara hojii 3ffaa marsaa 6ffaa guyyaa boruu gaggeesuun mudamoota garaagaraa ni raggaasisa jedhame.…
Yaa’iin Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 37ffaan ogeeyyii miidiyaalee kuma 1oliin uwwisa argata jedhame
Finfinnee, Amajjii 29, 2016 (FBC) – Yaa’iin Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 37ffaan ogeeyyii miidiyaalee biyya keessaa fi alaa kuma 1oliin uwwisa kan argatu ta’uu ibsame.
Yaa’iin Hoggantoota…
Naannoon Afaar hambaalee injifannoo Adwaan hidhata qaban bulchiinsa magaalaa Finfinneef gumaache
Finfinnee, Amajjii 29, 2016 (FBC) –Mootummaan Naannoo Afaar hambaalee injifannoo Adwaan hidhata qaban bulchiinsa magaalaa Finfinneef gumaacheera.
Hogganaan Biiroo Aadaa fi Turizimii…
Dooktar Abiy daawwannaaf gara Itiyoophiyaa kan dhufan Pireezidaantii Yuuniyenii Koomoroos Azaalii…
Finfinnee, Amajjii 29, 2016 (FBC) –Pireezidaantiin Yuuniyenii Koomoroos Azaalii Asumaanii daawwannaa hojiif Finfinnee dhufan.
Dooktar Abiy Pireezidaanti Azaalii Asumaan waajjira isaanitti…
Hambaaleen injifannoo Adwaan walqabatan bulchiinsa magaalaa Finfinneef gumaachaman
Finfinnee, Amajjii 29, 2016 (FBC) – Naannoo Beenishaanguul Guumuz Hambaaleen injifannoo Adwaan waliin hidhata qaban garaagaraa bulchiinsa magaalaa Finfinneef gumaacheera.
Hoggantuun…
Itiyoophiyaatti bulchiinsi godaantootaa bu’aa qabeessa ta’e akka jiraatu deeggarsa barbaachisu ni…
Finfinnee, Amajjii 29, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaatti bulchiinsi godaantootaa bu’aa qabeessa ta’e akka jiraatu deeggarsa barbaachisu kan taasiisu ta’uu Dhaabbanni Godaantoota Idil Addunyaa…
Boba’aan Barmeelli 30 karaa seeraan alaa biyyaa ba’uuf ture to’atame
Finfinnee, Amajjii 29, 2016 (FBC) – Boba’aan Barmeelli 30 karaa seeraan alaa biyyaa ba’uuf ture konkolaataa waliin to’atamuu ibsame.
Bobaa’aan kun Naannoo Somaalee Godina Afdheeraa ka’uun…
Dooktar Abiy Hojii Raawwachiisaa olaanaa Dhaabbata Viizaa waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 29, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Hojii Raawwachiisaa olaanaa Dhaabbata Viizaa Riiyaan Maakinarnii waliin mari’ataniiru.
Hojii Dhaabbatichi…
Naannoo Oromiyaatti barattoonni miiliyoonni 5.3 fayyadamoo tajaajila nyaataa ta’an – BBO
Finfinnee, Amajjii 29, 2016 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti bara barnootaa kana barattoonni miiliyoonni 5.3 fayyadamoo tajaajila nyaataa ta’uu Biiroon Barnootaa naannichaa beeksise.
Bara…
Jilli Itiyoophiyaa agarsiisa Rayyaa Ittisaa Idil Addunyaa Saa’ud Arabiyaarraatti hirmaate
Finfinnee, Amajjii 28, 2016 (FBC)- Jilli Ittaanaa Itaamaajoor Shumii Waliigalaalaa Raayyaa Ittisaa Biyyaa Jeneral Abaabawu Taaddasaan durfamuu Agarsiisa Idil Addunyaa Raayyaa Ittisaa Saa’ud…