Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Konfiraansiin misoomaa fi nageenyaa Godina Arsiitti taa’amaa jira
Finfinnee, Sadaasa 27, 2018 (FMC) – Konfiraansiin misoomaa fi nageenyaa Godina Arsii bulchiinsa magaalaa Asallaatti gaggeeffamaa jira.
Itti Gaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee…
Itiyoophiyaan dameewwan diinagdee ijoon guddina bu’aa qabeessa galmeessaa jirti – Obbo Ahimad Shidee
Finfinnee, Sadaasa 26, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan dameewwan diinagdee ijoon guddina bu’aa qabeessa galmeessaa jirti jedhan Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shideen.
Obbo Ahimad…
Daandiin nagaa yeroo hunda nama hunda injifataa taasisa! – Ministeera Nageenyaa
Finfinnee, Sadaasa 26, 2018 (FMC) – Daandiin nagaa yeroo hunda nama hunda injifataa taasisa jedhe Ministeerri Nageenyaa.
Mootummaan rakkoolee jiran marii fi marabbaan furuun filannoo…
Ijoolleen hoggantoota Afrikaa sosochii Paan-Afrikaaniizimiin beekamanii Finfinneetti hojiilee…
Finfinnee, Sadaasa 26, 2018 (FMC)- Ijoolleen hoggantoota Afrikaa sosochii Paan-Afrikaaniizimiin beekamanii magaalaa Finfinneetti hojiilee misoomaa daawwachaa jiru.
Daawwannaa kanarratti…
Dameen Miidiyaa utubaa misooma biyyaalessaa ta’uu isaan mootummaan deeggarsa taasisu cimsee itti…
Finfinnee, Sadaasa 26, 2018 (FMC) – Dameen Miidiyaa utubaa misooma biyyaalessaa fi bu’uura sirna diimokiraaii ta’uu isaan mootummaan deeggarsa taasisu cimsee itti fufa jedhe Tajaajilli…
Dooktar Abiy Ahimad Mootummoota Gamtoomaniitti Barreessaa Olaanaa Komishinii Diinagdee Afrikaa…
Finfinnee, Sadaasa 25, 2018(FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Mootummoota Gamtoomaniitti Barreessaa Olaanaa Komishinii Diinagdee Afrikaa Kilaavar Gaateetee waliin…
Aadde Adaanech Abeebeen ijaarsa manneenii kuma 26 eegalchiisan
Finfinnee, Sadaasa 25, 2018(FMC)- Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen ijaarsa manneenii kuma 26 teeknooloojii ammayyaan deeggarame eegalchiisaniiru.
Karoorawwan ijoo…
Humna Qilleensaa Itiyoophiyaarra darbee Afrikaa Bahaaf ta’u ijaaraa jirra – Leetanaal…
Finfinnee, Sadaasa 24, 2018 (FMC) – Humna Qilleensaa ammayyaa Itiyoophiyaarra darbee naannawaa Afrikaa Bahaaf ta'u ijaaraa jirra jedhan Ajajaa Olaanaan Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa…
Qulqullinafi oomishtummaa bunaa guddisuun galma ummata dinagdeen humnoome umuuf qabanne kan…
Finfinnee, Sadaasa 24, 2018 (FMC) –Qulqullinafi oomishtummaa bunaa guddisuun galma ummata dinagdeen humnoome umuuf qabanne kan dhugoomsudha jedhan Pireezidaantii naannoo Oromiyaa obbo…
Ijipti kallattii fi al kallattiin yaaliin sodaachisoo Itiyoophiyaarratti gootu dhugaa jabanaa…
Finfinnee, Sadaasa 24, 2018 (FMC) –Mootummaan Ijipti marii waloo baqachuun kallattii fi al kallattiin yaaliin sodaachisoo Itiyoophiyaarratti godhu dhugaa jaarraa 21ffaa hubachuu dhabuurraa…