Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Filannoon Waliigalaa 7ffaan hirmaachisaa, karaa diimokiraatawaafi bilisaan gaggeeffame- Mana…
Finfinnee, Caamsaa 27, 2018(FMC)- Manni Maree Waloo Paartilee Siyaasa Naannoo Oromiyaa Filannoon Waliigalaa 7ffaan hirmaachisaa, karaa diimokiraatawaafi bilisaan gaggeeffame jedhe.…
Manni Marichaa wixineewwan labsii tajaajila qilleensaa raggaasise
Finfinnee, Caamsaa 27, 2018(FMC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa wixineewwan labsii tajaajila qilleensaa Itiyoophiyaan biyyoota garaagaraa waliin mallatteessite qorachuun raggaasiseera.…
Filannoon waliigalaa 7ffaan milkaa’inaan xumuramuu isaan Itiyoophiyaanonni boonuu qabdu- Uhuuruu…
Finfinnee, Caamsaa 27, 2018(FMC)- Filannoon Waliigalaa 7ffaan milkaa’inaan xumuramuu isaan Itiyoophiyaanonni boonuu qabdu jedhan Pireezidaantiin duraanii Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaataan.…
Meelaatawarqi Hayiluun Uhuuruu Keeniyaataan waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 26, 2018 (FMC) – Walitti Qabduun Boordii Filannoo Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Meelaatawarqi Hayiluun Pireezidaantii duraanii Keeniyaa fi dursaa garee taajjabdootaa Gamtaa…
Naannoleen filannoo bu’aa sagalee buufataalee filannoorraa walitti qabaman ida’aa jiru –…
Finfinnee, Caamsaa 26, 2018 (FMC) – Naannoleen filannoo bu’aa sagalee buufataalee filannoorraa walitti qabaman hojii ida’uu hojjetaa jiru jedhe Boordiin Filannoo Biyyaalesaa Itiyoophiyaa.…
Kantibaa Adaanech Abeebeen Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Noorweey waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 26, 2018 (FMC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Noorweey Nistiiyaan Kiristansan waliin mari’ataniiru.
Waltajjii…
Karoorri humnoonni badii nageenya uummataa gooluuf qopheessan tumsa uummataafi qindoomina qaamolee…
Finfinnee, Caamsaa 26, 2018 (FMC) – Karoorri humnoonni badii nageenya uummataa gooluuf qopheessan tumsa uummataafi qindoomina qaamolee nageenyaan fashalaa’eera jedhan Hogganaan Biiroo…
Hojiilee ijoo Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad baatiwwan Eblaa fi Caamsaa keessa raawwatan
Birmadummaa Diinagdee fi Indaastirii babal’isuuf :-Bilisummaa diinagdee biyyattii mirkaneessuuf hojiilee heddu raawwataniiru.
Guddina Indaastirii fi oomishaalee alaa galan kan biyya…
Itiyoophiyaan filannoo nagaa qabeessaa fi bilisaa gaggeessite – Eebbifamoo Abunee Antoonii
Finfinnee, Caamsaa 26, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan filannoo nagaa qabeessaa fi bilisaa gaggeessite jedhan Barreessaan qajeelcha Hariiroo Alaa Mana Amantaa Kiristaanaa Ortodoksii Raashiyaa…
Filannichi diimokiraatawaa, haqa qabeessaa fi amanamaa ture – Federeeshinicha
Finfinnee, Caamsaa 26, 2018 (FMC) – Filannoon waliigalaa 7ffaan Itiyoophiyaan dheengadda gaggeessite diimokiraatawaa, haqa qabeessaa fi amanamaa ture jedhe Federeeshiniin Dargaggoota…