Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itiyoophiyaanonni diimookiraasii ammayyaa kan tarkaanfachiisan ta’uu addunyaaf mirkaneessaniiru-…
Finfinnee, Caamsaa 25, 2018 (FMC)- Itiyoophiyaanonni diimookiraasii ammayyaa kan tarkaanfachiisan ta’uu addunyaaf mirkaneessaniiru jedhan Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen…
Filannoon waliigalaa 7ffaan naga qabeessa, diimokiraatawaafi sarbamiinsa mirgoonni namoomaa osoo hin…
Finfinnee, Caamsaa 25, 2018 (FMC)- Filannoon waliigalaa 7ffaan naga qabeessa, diimokiraatawaafi sarbamiinsi mirgoota namoomaa osoo hin raawwatamiin gaggeeffame jedhe Komishiniin Mirgoota…
Meeshaaleen filannoo gara giddugala filannoo Naannootti geeffamaa jiru
Finfinnee, Caamsaa 25, 2018 (FMC) – Kutaalee Itiyoophiyaa adda addaatti meeshaaleen filannoo buufataalee filanno irraa gara giddugala filannoo Naannootti geeffamaa jiru.
Adeemsi sagalee…
Sirni awwaalchaa Artiist Kidaanee Misgaanaaw raawwate
Finfinnee, Caamsaa 25, 2018 (FMC) – Sirni awwaalchaa abbaa ogummaa hundagaleessaa Artiist Kidaanee Misgaanaaw har’a Finfinnee Mana Amantaa Kiristaanaa Amanu’eelitti raawwateera.
Artiisti…
Buufatalee filannoo magaalaa Jimmaa fi Aanaa Dedootti bu’aan sagalee yeroo maxxanfamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 25, 2018 (FMC) – Buufatalee filannoo magaalaa Jimmaa fi Aanaa Dedootti bakkeewwan lakkaawwiin xumurameetti bu’aan sagalee yeroo maxxanfamaa jira.
Buufataalee…
Misoomni qarqara lagaa Inxooxxoo- Madaanaalamii Qacanee haala bashannanaafi daldalaaf mijatuun…
Finfinnee, Caamsaa 25, 2018(FMC)- Misoomni qarqara lagaa Riqicha Adurree (Inxooxxoo) irraa hanga Madaanaalamii Doobbii ( Qacanee) haala bashannana, daldalaafi taateewwan hawaasummaaf…
Naannoo Harariitti bu’aan filannoo yeroo maxxanfamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 25, 2018(FMC)- Naannoo Hararii buufataalee filannoo naannoolee filannoo 3 jala jiran 294’tti bu’aan filannoo yeroo maxxanfamaa jira.
Filannoo waliigalaa 7ffaa guyyaa…
Dooktar Abiy Ahimad Pirojektii qarqara lagaa Inxooxxoorraa hanga Madaanaalamii Qacanee hojii…
Finfinnee, Caamsaa 25, 2018(FMC)- Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad Pirojektii qarqara lagaa Inxooxxoorraa hanga Madaanaalamii Qacanee hojii eegalchiisaniiru.
Ministirri Muummee…
Buufataalee Filannoo Godina Baaleetti argamanitti bu’aan filannoo yeroo maxxanfamuu eegale
Finfinnee, Caamsaa 25, 2018 (FMC) – Buufataalee Filannoo Godina Baalee jalatti argaman kanneen lakkaawwiin sagalee xumurame keessatti bu'aan filannoo kan yeroo maxxanfamaa jira.
Filannoon…
Aanaalee Godina Jimmaatti bu’aan filannoo yeroo maxxanfamuu eegale
Finfinnee, Caamsaa 25, 2018 (FMC) – Godina Jimmaa Aanaa Sokorruutti buufataalee filannoo 92n keessatti bu'aan filannoo kan yeroo maxxanfamaa jira.
Haawaasnis bu'aa sagaleesaa ifoome…