Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Shakkamtoonni meeshaalee diriirsa bishaan dhugaatii birrii miiliyoona 21 olitti tilmaamamu hatan 7…
Finfinnee, Amajjii 22, 2016 (FBC)- Namoonni meeshalee diriirsaa bu’uuraalee misoomaa bihaan dhugaatii Birri miiliyoona 21 olitti tilmaamaman hatuun shakkaman torba to’annoo jala oolfaman.…
Hoggantoonni Olaanoo Mootummaa Agarsiisa Horsiisee Bultootaa daawwatan
Finfinnee, Amajjii 22, 2016 (FBC)- Hoggantoonni Olaanoo Mootummaa agarsiisa Horsiisee Bultootaa Gaanfa Afrikaa daawwataniiru.
Guyyaan Horsiisee Bultootaa Ganfaa Afrikaa mata duree…
Hospitaalli Xiqur Ambassaa Oksijiinii oomishuu jalqabe
Finfinnee, Amajjii 22, 2016 (FBC)- Hospitalli Ispeesshaalaayizii Xiqur Ambassaa dandeettii ofiin oksijiinii omishuu jalqabeera.
Hospitaalichi dandeetti omishaa isaa cimsuun dandeettii…
Jilli Ambaasaaddara Indooneezhiyaan durfamuu Yuunivarsiitii Madda Walaabuu daawwate
Finfinnee, Amajjii 22, 2016 (FBC)- Jilli Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Indooneezhiyaa Al Busiiraa Basnuuriin durfamuu Yuunivarsiitii Madda Walaabuu daawwate.
Daawwannicharratti…
Shaashamanneetti manneen barnootaa 58 irratti tarkaanfii fudhatame
Finfinnee, Amajjii 22, 2016 (FBC)- Waajjirri barnoota Magaalaa Shaashamannee manneen barnootaa 58 irratti tarkaanfii fudhachuu ibse.
Itti Gaafatamaa Ittaanaan Waajjira Barnootaa…
Riifoormaniin fooyya’iinsa tajaajilaa fi bulchiinsaa dhaabbilee federaalaa 7’tti hojiirra…
Finfinnee, Amajjii 22, 2016 (FBC)- Riifoormiin fooyya’iinsa tajaajilaa fi bulchiinsaa, dhaabbilee federaalaa torbatti kan hojiirra oolfamu ta’uu Koomishiniin Siviil Sarvisii ibse.…
Sosochiin ittisa Godaansa seeraan alaa sadarkaa Oromiyaatti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Amajjii 22, 2016 (FBC)-Sadarkaa Oromiyaatti waltajjiin sosochiin ittisa godaansa seeraan alaa gaggeeffamaa jira.
Waltajjiicharratti bulchitoonni godinaale, hoggantoonni…
Baatiiwwan jahan darbanitti haleellaawwan Saayibaarii 4400 ol fashalaa’uun ibsame
Finfinnee, Amajjii 22, 2016 (FBC)-Baatiiwwan jahan darbanitti yaalii haleellaawwan saayibaarii kuma 4 fi 623 taasifame keessaa kumni 4 fi 493 fashala’uun ibsame.
Daayrektarri Bulchinsa…
Ambaasaaddaroonni sochii indaastiriiwwan Magaala Shaggar daawwatan
Finfinnee, Amajjii 22, 2016 (FBC)-Biyyoota garaagaraatti Ambaasaddaroonnni Itiyophiyaa sochii indaastiriiwwan Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti argamanii daawwatan.
Daawwannichaarratti…
Itiyoophiyaan biyyoota miseensa BRICS waliin hariiroo qabdu cimsuuf murannoo qabaachuu ibsite
Finfinnee, Amajjii 21, 2016 (FBC) - Itiyoophiyaan Yaa'ii biyyoota miseensa BRICS Raashiyaa Mooskootti taa'amaa jirurraatti yeroo jalqabaaf hirmaachaa jirti.
Bulchaan Baankii Biyyaalessaa…