Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Bara 2017 bulchiinsaa gaarii fi hojiilee nageenyaarratti jijjiirama olaanaa fiduuf ni hojjetama-Obbo…
Finfinnee, Hagayya 2, 2016 (FBC)- Bara 2017 bulchiinsaa gaarii fi hojiilee nageenyaarratti jijjiirama olaana fiduuf kan hojjetamu ta’uu Minstirri Muummee Ittaanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan…
Lammiilee kuma 26 ol leensjisuun biyyoota garaagaraatti bobbaasuun danda’ameera-Aadde Mufaariyaat
Finfinnee, Hagayya 2, 2016 (FBC)- Baatii Adoolessaa qofa lammiilee kuma 26 ol leenjisuun biyyoota garaagaraatti bobbaasuun akka danda’ame Ministirri Ministeera Hojii fi Ogummaa Aadde…
Baatuutti daldaltoota gatii hinmalle dabalan 90 irratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Hagayya 1, 2016 (FBC)-Bulchiinsa Magaalaa Baatuutti Daldaltoota seeraan ala meeshaalee bu'uuraa irratti gatii dabalan 90 irratti tarkaanfiin fudhatame.
Itti Gaafatamaan…
Hanga ammaatti lammiilee sigiga lafaan miidhamaniif deeggarsi Birrii miiliyoona 210.5 olii…
Finfinnee, Hagayya 1, 2016 (FBC)- Godina Goofaatti balaa sigiga lafaan lammiilee miidhamaniif kan waadaa galame utuu hindabalanne hanga ammaatti deeggarsi Birrii miiliyoona 210.5 olii…
Ittisa malaammaltummaan qabeenyi Birrii biiliyoona 3.5’tti tilmaamamu deebifame
Finfinnee, Hagayya 1, 2016 (FBC)- Bara 2016 qabsoo farra malaammatummaa taasifameen qabeenyi Birrii biiliyoona 3.5'tti tilmaamamu deebifamuu Komishiniin Naamusaa fi Farra Malaammaltummaa…
Daldaltoota kuma 7 olirratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Hagayya 1, 2016 (FBC)-Fooyya’iinsa Diinagdee Gooroo taasifame sababeeffachuun daldaltoota gatii hinmalle dabalanii fi omisha dhoksanii argaman kuma 7 olirratti tarkaanfiin…
Ministeerichi lammiilee sigiga lafaan miidhamaniif deeggarsa Birri miiliyoona 3 taasise
Finfinnee, Hagayya 1, 2016 (FBC)-Ministeerri Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa Dhiyeenya Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Godina Goofaa Aanaa Gazzee Goofaatti balaa sigiga lafaan lammiilee…
Oromiyaatti dargaggoota miliyoona 1.5 leenjii ‘Koodarotaa’ irratti hirmaachisuuf hojjetamaa…
Finfinnee, Hagayya 1, 2016 (FBC)-Mootummaan Naannoo Oromiyaa dargaggoota miliyoona 1.5 Inisheetiivii “Koodaroota Itiyoophiyaa” irratti hirmaachisuuf hojjetamaa jiraachuun ibse.
Ministirri…
Sochiin indaastiriiwwan Oromiyaatti argamanii daawwatame
Finfinnee, Hagayya 1, 2016 (FBC)-Daawwannaan sochiin indaastiriiwwan maanufaakcharingii Naannoo Oromiyaatti argamanii gaggeeffameera.
Daawwannicharratti Ministir Deetaan Ministeera…
Kooriyaan Kibbaa Itiyoophiyaaf deeggarsa Doolaara miiliyoona 7 taasiste
Finfinnee, Hagayya 1, 2016 (FBC)- Mootummaan Kooriyaan Kibbaa Itiyoophiyaatti deeggarsa namoomaaf kan oolu deeggarsa Doolaara miiliyoona 7 taasisuu beeksise.
Deeggarsicha gama Sagantaa…