Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Araggaa Kabbadaa Pireezidaantii Naannoo Amaaraa ta’uun muudaman
Finfinnee, Hagayya 19, 2015 (FBC)-Manni Maree Naannoo Amaaraa yaa’ii ariifachiisa har’a gaggeesseen haala nageenyaa naannicharrattii mari'ateera.
Haaluma kanaan, gaaffii aangoo gadi…
Hojjettoota Itiyoo Teelekoom yakka raawwatan to’ataman
Finfinnee, Hagayya 19, 2015 (FBC)-Hojjettoota Itiyoo Telekoom baatirii waliingahiinsa neetiwoorkiif tajaajilu hatan jedhamanii fi yakkicha keessatti kanneen hirmaatan to’annoo jala oolfaman.…
Rakkoolee misoomaa fi bulchiinsa gaarii furuuf xiyyeeffannoon ni hojjetama – Indashaawu Xaasow
Finfinnee, Hagayya 19, 2015 (FBC) – Rakkoolee misoomaa fi bulchiinsa gaarii naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa furuuf xiyyeeffannoon kan hojjetamu ta’uu Itti Aanaan Pireezidaantii naannichaa…
Misooma qamadii 2016 milkeessuuf itti fayyadamni bishaanii murteessaadha jedhame
Finfinnee, Hagayya 19, 2015 (FBC)- “Karoora Xiiqii” misooma qamadii Bonaa bara 2016 lafa hektaara miliyoona 2.5 irratti misoomsuuf karoorfame milkeessuuf, itti fayyadama bishaaniirratti…
Pireezidaanti Shimallis Inisheetivii misooma Paarkiiwwan Biyyaalessaa fi Ikoo Tuuriizimii ifoomsan
Finfinnee, Hagayya 19, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Mootummaan Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa Inisheetiviin misooma Paarkiiwwan Biyyaalessaa fi Ikoo Turizimii ifoomsaniiru.…
Boordiin qorannoo raawwii labsii yeroo ariifachiisaa hojiilee hanga ammaatti hojjete ifoomse
Finfinnee, Hagayya 19, 2015 (FBC) – Boordiin qorannoo raawwii labsii yeroo ariifachiisaa hojiilee hanga ammaatti hojjetee fi yeroo itti aanu raawwataman ifoomseera.
Itti Aanaa Walitti…
Teeknooloojii Saayinsii Niwukilaraa kaayyoo nageenyaaf fayyadamuuf hojjetamaa jira-Ministeericha
Finfinnee, Hagayya 19, 2015 (FBC)- Itiyoophiyan qabeenya qabdu guddina teeknooloojii waliin madaqsuun, teeknoolojii saayinsii niwukilaraa kaayyoo nageenyaaf fayyadamuuf hojjetamaa jiraachuu…
Bara baajataa xumurame keessaa lammiileen miiliyoonni 6.2 ol fayyadamoo bishaan dhugaatii qulqulluu…
Finfinnee, Hagayya 19, 2015 (FBC) – Ministeerri Bishaanii Inarjii raawwii hojii bara 2015 Golahambaa Saayinsiitti qorachaa jira.
Bara baajataa 2015’tti lammiileen miiliyoona 6.2 ol…
Sirna Federaalizimii Sabdaneessaa Cimsuun Biyya Hunda Keenyaaf Taatu Ijaarra-BKO
Finfinnee, Hagayya 19, 2015 (FBC)- Sirna Federaalizimii Sabdaneessaa Cimsuun Biyya Hunda Keenyaaf Taatu Ijaarra jedhe Biiroon Kominikeshinii Oromiyaa.
Biirichi Haala yeroo ilaalchisuun…
Chaayinaan barattoota 26’f carraa barnootaa kennite
Finfinnee, Hagayya 19, 2015 (FBC)- Mootummaan Chaayinaa barattoota 26’ carraa barnootaa kennite.
Barattoota 26’n carraan barnootaa kennameef Itiyoophiyatti Embaasii Chaayinaatti…