Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ambaasaaddar Taayyeen Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Ijipti waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 30, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Ijipti Mahaammad Oomaar Gaad waliin mari'ataniiru.…
Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan Warshaa Raadiyoo walitti hidhu eebbisiisan
Finfinnee, Adoolessa 30, 2016 (FBC) –Itaamaajooriin Waliigalaa Humna Raayyaa Ittisaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan Korporeeshinii Indaastirii Injinariingii Raayyaa Ittisaatti Indaastirii…
Obbo Xilahuun Kabbadaan Godina Walaayittaatti maatii lammiilee balaa sigiga lafaan miidhamanii…
Finfinnee, Adoolessa 30, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin naannoo Kibba Itiyoophiyaa Obbo Xilahuun Kbbadaan Godina Walaayittaa Aanaa Kaawoo Koyishaa Ganda Xeeppaatti maatii lammiilee balaa…
Naannoo Oromiyaatti hojiin kunuunsa midhaanii mala aadaafi ammayyaan gaggeeffamaa jira – BQO
Finfinnee, Adoolessa 30, 2016 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti hojiinkunuunsa midhaanii mala aadaafi ammaayyaan gaggeeffamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa naannichaa ibseera.
Barana hanga ammaatti…
Mootummaan Naannoo Oromiyaa gogiinsa mudatu dandamachuuf humna bishaan bulchuu irratti…
Finfinnee, Adoolessa 30, 2016 (FBC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa gogiinsa mudatu dandamachuuf humna bishaan bulchuu irratti xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu Pireezidaantii naannichaa Obbo…
Warshaan Daabboo fi Daakuu Waajjira Giiftii Dureen Magaalaa Dasseetti ijaarame eebbifame
Finfinnee, Adoolessa 30, 2016 (FBC) – Warshaan Daabboo fi Daakuu Waajjira Giiftii Duree Zinneesha Taayyaachoon Magaalaa Dasseetti ijaarame eebbifameera.
Warshaan kun guyyaan Daabboo kuma…
Obbo Taayyee Danda’aan himannaa 1ffaa fi 2ffaarraa bilisa yoo jedhaman, 3ffaa ilaalchise ragaa…
Finfinnee, Adoolessa 30, 2016 (FBC) – Ministir Deetaan duraanii Ministeera Nageenyaa Obbo Taayyee Danda’aan himannaa 1ffaa fi 2ffaarraa bilisa yoo jedhaman, 3ffaa ilaalchise ragaa ittisaa…
Magaalotni fi gandootni 143 waggootaaf Tajaajila Elektirikiin ala turan tajaajilatti deebi’an -TEO
Finfinnee, Adoolessa 30, 2016 (FBC) – Magaalotni fi gandootni 143 waggootaaf Tajaajila Elektirikiin ala turan tajaajilatti deebi’uu Tajaajilli Elektirikii Oromiyaa beeksise.
Godinaalee…
Jilli Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Booranaatti misooma Nyaata Beelladaa daawwate
Finfinnee, Adoolessa 30, 2016 (FBC) – Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Booranaa Aanaa Aanaa Eelwayyaatti misooma nyaata beelladaa…
Jilli Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan durfamu Aanaa Yaa’abalootti Tursiisaa fi fooyyeessa…
Finfinnee, Adoolessa 30, 2016 (FBC) – Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Booranaa Aanaa Yaa'abalootti Tursiisa, Gabbisaa fi fooyyeessa…