Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Pireezidaanti Saahilawarqi agarsiisa horsiisee bultoota gaanfa Afrikaa daawwatan
Finfinnee, Amajjii 21, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen agarsiisa horsiisee bultoota gaanfa Afrikaa daawwataniiru.
Akksumas Daayrektarri Olaanaa Tajaajilaa…
Qorannoo raawwii hojii kurmaana 2ffaa bara 2016, guyyoota afran darbaniif taasisaa turre har’a…
Finfinnee, Amajjii 21, 2016 (FBC) – Qorannoon raawwii hojii kurmaana 2ffaa bara 2016, guyyoota afran darbaniif taasifamaa ture goolabamuu Pireezidaantii Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo…
Rakkoo uummataa bu’uuraan furuuf xiiqii olaanaan hojjachuu qabna – Obbo Shimallis…
Finfinnee, Amajjii 21, 2016 (FBC) – Waltajjiin gamaaggama raawwii hojii Paartii fi Mootummaa naannoo Oromiyaa baatiiwwan jahan darbanii Magaalaa Adaamaatti gaggeeffamaa ture xumurameera.…
Dooktar Abiy Ministira Muummee Xaaliyaanii waliin dhimmoota waloorratti mari’atan
Finfinnee, Amajjii 21, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Xaaliyaanii Ji’oorjiyaa Meeloonee waliin dhimmoota waloorratti mari’ataniiru.
Dhimmoota…
Finfinneetti buufata dhangal’aa qulqulleessu ijaaruuf waliigalteen mallattaa’e
Finfinnee, Amajjii 21, 2016 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti buufata dhangal’aa qulqulleessu ijaaruuf dhaabbata ijaarsaa CGCOC jedhamu waliin waliigalteen mallattaa’eera.
Piroojektiin…
TOI gamoo ammayyaa haaraa ijaarsise eebbisiise
Finfinnee, Amajjii 21, 2016 (FBC) – Tajaajilli Oduu Itiyoophiyaa gamoo haaraa miidiyaa kompileeksii ammayyaa ijaarsise eebbisiiseera.
Gamichi bakka Af Yaa’iin Mana Maree Federesinii Obbo…
Shakkamaan sanada sobaan Birrii miiliyoona 13 ol waliin dhahuun fudhatee miliqe to’annaa jala oole
Finfinnee, Amajjii 21, 2016 (FBC) – Shakkamaan sanada sobaan Birrii miiliyoona 13 ol waliin dhahuun abbaa qabeenyarraa fudhatee miliqe to’annaa jala ooluu Poolisiin Federaalaa beeksiise.…
Pireezidaanti Saahilawarqi Bahaa fi Kibbaa Afrikaatti Daayrektara UNICEF waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 20, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Bahaa fi Kibba Afrikaatti Daayrektara Dhaabbata Deeggarsa Daa’immanii…
Itiyoo-Teleekoom Hararii fi Haramaayaatti Neetworkii dhaloota 5ffaa eegalchiise
Finfinnee, Amajjii 20, 2016 (FBC)- Itiyoo-Teleekoom Magaalaa Hararii fi Magaalaa Haramaayaatti tajaajila Neetworkii Dhaloota 5ffaa (5G) eegalchiise.
Sirni tajaajilicha eegalchiisuuratti…
MM Dooktar Abiy Daayrektara IMF waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 20, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Yaa’ii Xaaliyaanii-Afrikaa cinaatti Daayrektara Dhaabbata Maallaqaa Addunyaa (IMF) Kiristaaliinaa Joorjiyeevaa…