Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hoggantootni Olaanoon naannoofi miidiyaaleen biyya keessaa Kibba Oromiyaatti hojilee misoomaa…
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2016 (FBC) – Hoggantoonni Olaanoon naannoofi miidiyaaleen biyya keessaa Godina Gujiitti hojiilee misoomaa daawwachaa jiru.
Jilli kun qindeessummaa Biiroo Qonnaafi…
Itiyoophiyaatti hanga ammaatti tajaajilli mootummaa 620 gara dijitaalaatti jijjiirameera-Dooktar…
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2016 (FBC)- Ijaarsa diinagdee dijitaalaa saffisiisuuf hojiilee hojjetamaniin hanga ammaatti tajaajilli mootummaa 620 gara dijitaalaatti jijjiiramuu Ministirri…
Lammiilee miiliyoona 3 ta’aniif biyya keessaa fi biyya alaatti carraan hojii uumamuu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2016 (FBC) – Bara baajataa kana Baatiwwan kurnan darban Lammiilee miiliyoona 3 ta’aniif biyya keessaa fi biyya alaatti carraan hojii uumamuu Ministirri…
Oomishaalee Doolaara biiliyoona 2.2’tti tilmaamaman biyya keessaatti oomishuun akka danda’ame ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2016 (FBC)-Baatiiwwan 10’n darban oomishaalee Doolaara biiliyoona 2.2’tti tilmaamaman biyya keessaatti oomishuun bakka buusuun akka danda’ame Ministirri Ministeera…
Dooktar Alamuu Simeen adeemsa daldala hunda galeessa buufata Dooraalee daawwatan
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Geejjiba fi Loojistiksii Dooktar Alamuu Simeen adeemsa waliigalaa daldala buufata Dooraalee daawwataniru.…
Bara baajatichaa dhiyeessa galteewwan qonnaa fi uwwisa sanyiirratti jijjiiramni guddaan argameera –…
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2016 (FBC) – Bara baajatichaa dhiyeessa galteewwan qonnaa fi uwwisa sanyiirratti jijjiiramni guddaan argamuu Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa…
Konkolaattoonni SaafaariiTajaajila Turiizimiif oolan Waajjira Ministira Muummeef kennaman
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Oomishtoonni dandeettii qaban adeemsa oomishaa Konkolaattota Saafaarii akka babal’isan kallattii…
Dooktar Abiy Ahimad ergaa Pireezidaantii Jibuutirraa ergame Ministira Dhimma Alaa biyyattiirraa…
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2016 (FBC) – Ministirri Dhimma Alaa Jibuutii ergaa Pireezidaantii biyyattii Isimaa’eel Umar Giileerraa ergame Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadiif…
Itiyoophiyaa fi Baankiin Misooma Afirkaa waliigaltee Doolaara miiliyoona 43 mallatteessan
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaa fi Baankiin Misooma Afrikaa Waldaalee Intarpiraayizii Maayikiroo fi Xixiqqaa qonnaarratti bobba’an tumsuuf waliigaltee deeggarsaa Doolaara…
Taarifa Elektirikaa fooyyessuuf qophiin taasiifamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2016 (FBC) – Taarifa Elektirikaa fooyyessuuf qophiin taasiifamaa jiraachuu Abbaan Taayitaa Boba’aa fi Inarjii beeksiise.
Waggoota lamaan darbaniif taarifni…