Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Maamiltoonni haaraan kumni 198 ol fayyadamtoota Tajaajila Elektirikaa ta’an
Finfinnee, Amajjii 20, 2016 (FBC) – Baatiwwan Jahaan darban Maamiltoonni haaraan kumni 198 ol fayyadamtoota Tajaajila Elektirikaa ta’uu Tajaajilli Elektirikaa Itiyoophiyaa beeksiise.…
Miidiyaaleen adeemsa Marii Biyyaaleessaaf hubannoo akka uuman gaafatame
Finfinnee, Amajjii 20, 2016 (FBC)-Marii Biyyaleessaa dhugoomsuuf miidiyaaleen hubannoo uumuuf bal’inaan akka hojjetan Koomiishiniin Marii Biyyaaleessaa gaafate.
Koomishinarri Koomiishinii…
Pireezidaantonni naannoolee ergaa baga gammaddanii dabarsan
Finfinnee, Amajjii 19, 2016 (FBC)-Pireezidantonni naannoolee badhaasa meedaaliyaa "Agricola" argachuu Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimad ilaalchisee ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru.…
Itiyoophiyaan damee qonnaan milkaa’inni galmeessite kan jajjabeeffamuu fi fakkeenya-Kiiyuu…
Finfinnee, Amajjii 19, 2016 (FBC)-Itiyoophiyaan damee qonnaan milkaa'inni galmeessite kan jajjabeeffamuu fi Afriikaafis ta'e Addunyaaf fakkeenya kan ta'uudha jedhan Daayrektarri Dhaabbata…
Pireezidaanti Shimallis badhaafamuu Dooktar Abiy ilaalchisuun ergaa baga gammaadanii dabarsan
Finfinnee, Amajjii 19, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaaobbo Shimallis Abdiisaan badhaafamuu Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ilaalchisuun ergaa baga gammaddanii…
Dooktar Abiy Ahimad Itiyoophiyaatti wabii nyaataa mirkaneessuuf hojii fakkeenyaa…
Finfinnee, Amajjii 19, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad Itiyoophiyaatti wabii nyaataa mirkaneessuuf hojii fakkeenya ta’u raawwataniiru jedhan Daayrektarri Dhaabbata…
Imala birmadummaa nyaataa ciminaan itti fufsiisna-Dooktar Abiy
Finfinnee, Amajjii 19, 2016 (FBC)- Imala birmadummaa nyaataa ciminaan itti fufsiisna jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Dooktar Abiy wabii nyaataa mirkaneessuuf…
Dooktar Abiy Meedaaliyaa “Agricola” Dhaabbata Nyaataa fi qonnaa Addunyaan badhaafaman
Finfinnee, Amajjii 19, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Meedaaliyaa "Agricola" Dhaabbata Nyaataa fi Qonnaa Addunyaa badhaafamaniiru.
Dooktar Abiy sagantaa Room…
Abbaan taayitichaa odeeffannoo sobaa fi haasawaa jibbiinsaa dhaabuuf Faanaa waliin qindoominaan ni…
Finfinnee, Amajjii 19, 2016 (FBC)- Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Itiyoophiyaa odeeffannoo sobaa fi haasawaa jibbiinsaa dhaabuuf Faanaa Biroodkaastiingi Koorporeet waliin qindoominaan ni…
Dhaqqabummaan FBC cimee akka itti fufuuf Inistiitiyuutichi tumsa teeknooloojii ni taasisa-Inj.…
Finfinnee, Amajjii 19, 2016 (FBC)- Qabiyyeewwan garaagaraatiin dhaqqabummaan Faanaa Biroodkaastiingi Koorporeet cimee akka itti fufuuf Inistiitiyuutichi tumsa teeknooloojii ni taasisa jedhan…