Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Oromiyaatti Gaagurri ammayyaa kuma 900 ol raabsameera-BQO
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2016 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti hanga ammaatti gaagurri ammaayaa kuma 900 ol qonnaan bultootaaf raabsamuu Biiroon Qonnaa naannichaa beeksise.
Biirichi waltajjii…
Itiyoophiyaan lubbuun darbuu Pireezidaantii Ittaanaa Maalaawwiin gadda itti dhaga’ame ibsite
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan lubbuun darbuu Pireezidaantii Ittaanaa Maalaawwiin gadda itti dhaga’ame ibsite.
Pireezidaantii Ittaanaa Maalaawwiin Saawuloos…
Ambaassaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen gita isaanii Turki waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2016 (FBC)-Ministirri Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Ministira Dhimma Alaa Turki Haakaan Fiidaan waliin mari’atan.
Mariin isaanis Raashiyaatti…
Galmi keenya nageenya waaraa, sirna dimokraasifi badhaadhina ummataa mirkaneessuudha – Pir.…
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2016 (FBC) – Galmi keenya nageenya waaraa, sirna dimokraasifi badhaadhina ummataa mirkaneessuudha jedhan Pireezidaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis…
Wixineen baajata bara 2017 Birrii biiliyoona 971.2 ta’uun mana mareef dhiyaate
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2016 (FBC) – Wixineen baajata bara 2017 Birrii biiliyoona 971.2 ta’uun Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataaf dhiyaateera.
Ministirri Ministeera…
Raawwiin dameewwan Diinagdee gurguddoon galma’e Diinagdeen Itiyoophiyaa % 7.9 guddachuu akka…
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2016 (FBC) –Baatiiwwan kurnan darban raawwiin dameewwan Diinagdee gurguddoon galma'e Diinagdeen Itiyoophiyaa % 7.9 guddachuu akka…
Kitaabni murtoowwaan Mana Maree Ministiroota qabate ifoome
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2016 (FBC) – Kitaabni murtoowwan Mana Maree Ministiroota bara 2010 -2015 tti dabarsan of keessatti qabate ifoomeera.
Manni Maree Ministirootaa gamaaggama raawwii…
Leenjiin ga’umsa dandeettii marsaa 2ffaan magaalaa Hawaasaatti eegalame
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2016 (FBC) – Leenjiin ga’umsa dandeettii marsaa 2ffaan mata duree ‘seenessa Biyyaalessaa Ol ka’iinsa Itiyoophiyaaf’ jedhuun magaalaa Hawaasaatti…
Labsiin kabaja ayyaana ummataa fi haala kabaja ayyaanootaa murteessuuf ba’e ragga’e
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2016 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Labsii kabaja ayyaana ummataa fi haala kabaja ayyaanootaa murteessuuf ba’e raggaasise.
Ayyaannoonni ummataa…
Godina Silxee aanaa Silxiitti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 4 darbe
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2016 (FBC) – Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa Godina Silxee aanaa Silxiitti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 4 darbe.
Halkan edaa Siinoo…