Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Bara dhufu hojimaata ‘e-ticketing’ eegaluuf qophiin xumuramuun eerame
Finfinnee, Hagayya 16, 2015 (FBC)- Bara 2016 tajaajila tikeetaa ammayyaa’aa (‘e-ticketing’) eegaluuf qophiin xumuramuu Ministeerri Geejjibaa fi Loojistiksii beeksise.
Ministir Deetan…
Koomishinar Laliseen qondaaltota Dhaabbata “Raymond Lifestyle” waliin mari’atan
Finfinnee, Hagayya 15, 2015 (FBC)- Koomiishinarri Koomishinii Invastimantii Ityoophiyaa Lalisee Namee fi Ittaanaa Koomishinara Daani’eel Tarreessaan Dhaabbataa Itti Gaafatamaa Faayinaansii…
Aanaa Goorootti balaa tiraafikaa mudateen lubbun namoota 3 darbe
Finfinnee, Hagayya 15, 2015 (FBC)- Godina Shawaa Kibba Lixaa Aanaa Goorootti balaa tiraafikaa mudateen lubbuu namoota sadii darbuun ibsame.
Balichi konkolaataa fe’uumsaa Magaalaa…
Meeshaaleen kontirobaandii Birrii miiliyoona 558 olitti tilmaamamu to’atame
Finfinnee, Hagayya 15, 2015 (FBC)- Meeshaaleen kontirobaandii Birrii miiliyoona 558 .2’tti tilmaamamu to’atamuu Koomiishiiniin Gumruuka beeksise.
Koomiishinichi hordoffii Hagayya 5-11,…
Ajajni Bahaa balaa ibiddaa Giddugala Gabaa Taayiwaan mudateef deeggarsa Birrii miiliyoona 2 taasise
Finfinnee, Hagayya 15, 2015 (FBC)- Ajajni Bahaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Magaalaa Jigjigaatti balaa ibiddaa Giddugalaa Gabaa Taayiwaaniin mudateen miidhamtoota qabeenyi isaanii jalaa…
Naannoo Sidaamaatti hojimaata badaan walqabatee namoonni 25 to’ataman
Finfinnee, Hagayya 15, 2015 (FBC)- Naannoo Sidaamaatti gamaagamaa guyyoota 10’f gaggeeffameen namoonni 25 hojiimaata badaa fi hannaan to’annaa jala oolfamuun ibsame.
Dabalataanis namoonni…
Maddisiisi Annisaa Balfaa Raphii Irraa deebiin humna guutun hojii eegaluufi
Finfinnee, Hagayya 15, 2015 (FBC)- Maddisiisi Annisaa Balfaa Raphii baatiiwwan lamaan dhufan keessa humna guutuun irra deebiin humna elektirikii maddisisuu kan eegalu ta’uun ibsame.
Hoji…
Gamaaggamni Karoora Misoomaa yeroo giddugaleessaa waggota 10 eegalame
Finfinnee, Hagayya 15, 2015 (FBC)- Gamaaggamni Karoora Misoomaa yeroo giddugaleessaa waggoota 10 bakka Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad argamanitti gaggeeffamuu eegaleera.…
Zooniin Diinagdee Addaa Finfinnee ifoome
Finfinnee, Hagayya 15, 2015 (FBC)-Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Dhaabbata Chaayinaa FHEC waliin shariikummaan kan ijaarsisu Zooniin Diinagdee Addaa Finfinnee ifoome.
Sirnicharratti…
Ityoophiyaan biyya waan facaasan mara biqilchitu, dachee badhaatuudha – Pir. Shimallis
Finfinnee, Hagayya 14, 2015 (FBC) –Ityoophiyaan haala mijataafi Dilbii Oomisha qonnaatiif gahaa ta'e biyya qabdu qofa osoo hin taane, biyya waan facaasan mara biqilchitu, dachee badhaatuudha…