Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Habtaamuu Ittafaan hoggaantoota olaanoo UNICEF fi Baankii Addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2016 (FBC)-Ministirri Ministeera Bishaanii fi Inarji Dooktar Injiinar Habtaamuu Ittafaan Itiyoophiyaatti Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti Bakka Bu’aa Dhaabbata…
Itiyoophiyaan Walga’ii Ministiroota Dhimma Alaa Miseensota BRICS irratti hirmaachaa jirti
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan Raashiyaatti gaggeeffamaa kan jiru walga’ii Ministiroota Dhimma Alaa biyyoota Miseensota BRICS diinagdeen guddachaa jiraniirratti…
Finfinneetti qormaanni kutaa 8ffaa boru eegala
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2016 (FBC) –Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti qormaanni kutaa 8ffaa sadarkaa magaalaa boru kennamuu kan eegalu ta’uu Biiroon Barnoota magaalichaa…
Itiyoophiyaa fi Fiinlaandi waliigaltee deeggarsa Yuuroo miiliyoona 5 mallatteessan
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaa fi Fiinlaandi waliigaltee deeggarsa Yuuroo miiliyoona 5 mallatteessaniiru.
Waliigalteen kun bara Faranjootaa 2025 – 2028tti hojiirra kan…
Ijaarsi Paarkii Ikoo Harar %86 gahuu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2016 (FBC)- Naannoo Harariitti galii kitaaba Dhaloota Ida'amuurraa argameen ijaaramaa kan jiru Paarkiin Ikoo Harar %86 gahuu Biiroon Aadaa, Hambaa fi Tuuriziimii…
Kooriidaroonni banaa ta’an sochii fooyya’aa fi daandii quunnamtii ijoo ta’aniiru-WMM
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2016 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti Kooriidaroonni misoomanii tajaajilaaf banaa ta’an sochii fooyya’aa fi daandii quunnamtii ijoo ta’uu Waajjirrii Ministira Muummee…
Oromiyaatti Qormaanni Kutaa 8ffaa boru kennamuu eegala
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2016 (FBC)-Naannoo Oromiyaatti Qormaanni Naannoo Kutaa 8ffaa bara 2016 boru kennamuu kan eegalu ta’uu Biiroon Barnoota Oromiyaa beeksiseera.
Qormaatichi…
Obbo Ahimad Shiideen ergaa Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Amiira Kaataariif qaqqabsiisan
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiideen ergaa Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad irraa ergame Amiira Kaataar Sheek Taamiim Biin…
Magaalaa Miizaan Amaanitti waltajjiin marii ummataa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2016 (FBC) – Naannoo Ummattoota Kibba Lixa Itiyoophiyaa Magaalaa Miizaan Amaanitti waltajjiin marii ummataa gaggeeffamaa jira.
Marichi mata duree “Gargaaramuurraa…
Hojiilee misoomaa kooridarii hafan hatattamaan tajaajilaaf banaa taasisuuf ni hojjenna-Aadde…
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2016 (FBC)-Hojiilee misoomaa kooridarii hafan qajeeltoo hatattamaan fi kalaqaa hordofnee xumuruun tajaajilaaf banaa taasisuuf ni hojjenna jechuun Kantiibaan…