Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Zooniin Diinagdee Addaa Finfinnee ifoome
Finfinnee, Hagayya 15, 2015 (FBC)-Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Dhaabbata Chaayinaa FHEC waliin shariikummaan kan ijaarsisu Zooniin Diinagdee Addaa Finfinnee ifoome.
Sirnicharratti…
Ityoophiyaan biyya waan facaasan mara biqilchitu, dachee badhaatuudha – Pir. Shimallis
Finfinnee, Hagayya 14, 2015 (FBC) –Ityoophiyaan haala mijataafi Dilbii Oomisha qonnaatiif gahaa ta'e biyya qabdu qofa osoo hin taane, biyya waan facaasan mara biqilchitu, dachee badhaatuudha…
Maqedooniyaan Mattuutti Birrii miiliyoona 130’n giddugala ijaaruufi
Finfinnee, Hagayya 13, 2015 (FBC)- Dhaabbanni tola oolaa kunuunsaa maanguddootaa fi dhukkubsattootaa Sammuu maqedooniyaan Magaalaa Mattuutti Birrii miiliyoona 130’n giddugala ijaaruuf dhagaa…
Deebiin gaaffii gurmaa’iinsaa misoomaa fi guddina ummataaf malee hannaaf mijataa ta’uu…
Finfinnee, Hagayya 13, 2015 (FBC)- Deebiin gaaffii gurmaa’iinsaa, misoomaa fi guddina ummataaf malee hannaaf mijataa akka hintaane hunduu hirmaachuu akka qabu Afyaa’iin Mana Maree…
Atsadamaariyaam Yaaregaal Dorgaadorgee ‘Faana Laamroot’ injifatte
Finfinnee, Hagayya 13, 2015 (FBC)- Atsadamaariyaam Yaaregaal dorgaadorgee ‘Faana Laamroot’ 1ffaan xumurte.
Torbanoota 8’f dorgommiin 'Faanaa Laamroot' Boqonnaa 14ffaan gaggeeffamaa ture…
Dirree walta’iinsa waloo bal’isaa itti fufna- Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Hagayya 13, 2015 (FBC)- Dirree walta’iinsa waloo bal’isaa itti fufna jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Pireezidaantiin Emereetota Araba Gamtoomanii Sheek…
Keemikaalli farra aramaa liitirii kuma 4 ol seeraan alaan daddabarfama ture to’atame
Finfinnee, Hagayya 13, 2015 (FBC)- Bulchinsa Magaalaa Asallaatti keemikaali farraa aramaa gosa garagaraa 11 fi liitirii kuma 4 fi 270 ol seeraan ala daddabarfamaa ture to'atame.…
“Karoora Xiiqii” milkeessuuf xiiqii fi kaka’uumsa olaanaan raawwatamuu qaba-Pir. Shimallis Abiidaa
Finfinnee, Hagayya 13, 2015 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti karoora bara 2016 “Karoora Xiiqii” milkeessuuf xiiqii fi kaka’umsa olaanaan raawwatamuu akka qabu Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo…
Obbo Indaashaawu Xaasawu Pireezidaantii Naannoo Giddugaleessa Ityoophiyaa ta’an
Finfinnee, Hagayya 13, 2015 (FBC)- Obbo Indaashaawu Xaasawu Pireezidaantii Naannoo Giddugaleessa Ityoophiyaa ta’uun muudamaniiru.
Olmaa guyyaa har’aa Yaa’ii Hundeeffama Naannoo…
Waltajjiin marii ‘Addi Wag’ gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Hagayya 13, 2015 (FBC)- Waltajjiin marii ‘Addis Wag’ Mata duree “Tattaffiin Gannaa Misooma Waggaati” jedhuun gaggeeffamaa jira.
Waltajjichis Waajjira Muummee Ministiraatti…