Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoolee garaagaraatti qormaanni Kutaa 8ffaa kennamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2016 (FBC) –Naannoolee garaagarratti qormaanni kutaa 8ffaa kennamaa jiraachuun ibsameera.
Naannoolee Amaaraa, Gaambeellaa, Kibba Lixa…
Manni Maree Ministirootaa gamaaggama raawwii hoji guyyoota 100 gaggeessuu eegale
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2016 (FBC) – Manni Maree Ministirootaa gamaaggama raawwii hoji guyyoota 100n darbanii gaggeessuu eegaluu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsaniiru.…
Oromiyaatti qormaanni Kutaa 8ffaa kennamuu eegale
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2016 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti Qormaanni Naannoo Kutaa 8ffaa kan bara 2016 kennamuu eegaluu Biiroon Barnoota Oromiyaa beeksiseera.
Naannichatti…
Itiyoophiyaan hariiroo gamhedduu bu’a qabeessa ta’e uumuuf kutannoo qabdi – Ambaasaaddar Taayyee…
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan hariiroo gamhedduu bu’a qabeessa ta’e uumuuf kutannoo qabaachuu Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsaqasillaaseen…
Lammiileen Itiyoophiyaa kuma 1 fi 167 Saa’udiirraa gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2016 (FBC)- Lammiileen Itiyoophiyaa Saa’ud Arabiiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 167 gara biyyaatti deebi’aniiru.
Kanneen deebi’a hunduu dhiirota…
Maalaawiiitti Xiyyaarri Pireezidaantii Ittaanaa fi qondaaltota biroo 9 fe’e achi buuteen dhabame
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2016 (FBC)-Xiyyaarri Pireezidantii Ittaanaa Maalaawii Saawulos Chilimaa fi aanga’oota biroo sagal fe’ee ture achi buuteen dhabamuu Waajjirri Pireezidantii Biyyattii…
Obbo Ahimad Shideen Ministira Maallaqaa Kuwaataara waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2016 (FBC)- Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shideen gita isaanii Kuwaataar Alii Biin Ahimad Al Kuwaarii waliin mari’ataniiru.
Mariin isaaniis…
Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Ministira Dhimma Alaa Raashiyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2016 (FBC)- Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Ministira Dhimma Alaa Raashiyaa Sargee Laavroov waliin mari’ataniiru.
Mariin…
Meeshaaleen kontirobaandii Birri miiliyoona 371 olitti tilmaamaman to’ataman
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2016 (FBC)- Meeshaaleen kontirobaandii Birrii miiliyoona 371 olitti tilmaamaman to’atamuu Koomsihiniin Gumurukaa beeksise.
Komishinichi Caamsaa 23-29, 2016'tti…
Daandilee misooma kooridarii tajaajilaaf banaa ta’anirra konkolaataa dhaabuun dhorkame
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2016 (FBC)- Daandilee hojiilee misoomaa kooridariin xumuramanii tajaajilaaf banaa ta’anirra konkolaataa dhaabanii deemuun dhorkaa ta’uu Poolisiin Magaalaa Finfinnee…