Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hojiilee misoomaa kooridarii hafan hatattamaan tajaajilaaf banaa taasisuuf ni hojjenna-Aadde…
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2016 (FBC)-Hojiilee misoomaa kooridarii hafan qajeeltoo hatattamaan fi kalaqaa hordofnee xumuruun tajaajilaaf banaa taasisuuf ni hojjenna jechuun Kantiibaan…
Hojiilee misooma Koridarii Piyaasaafi ‘Araat kiiloo’ yeroo qabameef keessatti xumuramuu wayita…
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2016 (FBC) – Hojiilee misooma Koridarii Piyaasaafi ‘Araat kiiloo’ yeroo qabameef keessatti xumuramuu wayita ibsinu gammachuudhaani jedhan Ministirri Muummee FDRI…
Daandiin Qilleensichaa Magaalaa Maa’unitti balalii eegalee
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2016 (FBC)-Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Bootisiwaanaa Magaalaa Maa’unitti balalii eegaleera.
Saganticharratti Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Dandii Qilleensa…
Hojiileen misoomaa Finfinneetti gaggeeffamaa jiran imalaa gara badhaadhinaatti taasifamuuf…
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2016 (FBC)-Hojiileen misoomaa Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jiran imala gara badhaadhinaatti taasifamuuf humna ta’uu Pireezidaantiin Naannoo Amaaraa Obbo…
Giddugalli leenjichaa sirna baniinsa leenjii leenjitoota haaraa gaggeesse
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2016 (FBC)-Giddugalli leenjii Humna Qilleensaa fi Komaandoo Bilaattee sirna baniinsa leenjii leenjitoota haaraa gaggeesseera.
Sirna baniinsichaarratti, Ajajaa…
Hanqina bishaan dhugaatii Harar furuuf xiyyeeffannaan hojjetamaa jira-Obbo Ordiin Badrii
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2016 (FBC)- Hanqina bishaan dhugaatii baroota dheeraa Magaalaa Harar furuuf hojiitti galamuu Pireezidaantiin Naannoo Hararii Obbo Ordiin Badriin ibsan.
Obbo…
Hanga ammaatti Biqiltun Bunaa biiliyona 2.6 qophaa’eera-Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2016 (FBC)- Biqiltuu bunaa biiliyoona 2.5 ta'u qopheessuuf karoorfamee, hanga ammaattii, karooraa ol, biqiltuu biiliyona 2.6 qophaa’uu Pireezidaantiin Mootummaa…
Qabeenya uumamaa hawwata tuuriizimiif oolan qabnu beeksisuun dirqama-Afyaa’ii Caffee
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2016 (FBC)- Qabeenya uumamaa hawwata tuuriizimiif oolan qabnu beeksisuun dirqama jedhan Afyaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurraahmaan.
Jila Afyaa’ota…
Daandichi balalii gara Aksumitti eegale
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2016 (FBC)-Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa addaan cite kan ture gara Magaalaa Aksumitti har’aa irra deebiin balalii eegaleera.
Baatiiwwan ja’an darban hojiilee…
Omishtummaa dabaluun gargaaramummaarraa badhaadhinaatti ce’u qabna-Obbo Tasfaayee Beeljigee
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2016 (FBC)-Itiyoophiyaan fakeenya bilisummaa Afriikaa fi addunyaa akkuma taate oomishtummaa dabaluun gargaaramummaarraa badhaadhinaatti ce'u qabna jedhan Mana Maree…