Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gaazexeesaa Gannaanaa Makuriyaan du’aan boqote
Finfinnee, Amajjii 14, 2016 (FBC)- Gaazexeessaa Gannaanaa Makuriyaa addunyaa kanarraa du’aan boqote.
Gaazexeessaa Gannaanaan dhukkubsachuun wal’aanamaa utuu jiruu har’a du’aan boqochuu…
Guyyaan Horsiisee Bultootaa Oromiyaa 19ffaan kabajamaa jira
Finfinnee, Amajjii 14, 2016 (FBC)-Guyyaa Horsiisee Bultootaa Oromiyaa 19ffaan mata duree “Misooma Horsiisee Bultootaa Badhaadhina Waloof” jedhuun Magalaa Adaamaatti kabajamaa jira.
Sirna…
Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 300’tti tilmaamaman to’ataman
Finfinnee, Amajjii 14, 2016 (FBC)- Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 300'tti tilmaamaman to’atamuu Koomishiniin Gumurukaa beeksise.
Komishinichi to’annoo fi hordoffii Amajjii…
Ijaarsi Pirojektii Jallisii Fantaallee Birrii biiliyoona 3.46’n eegaluufi
Finfinnee, Amajjii 13, 2016 (FBC)-Ijaarsi Pirojektii Jallisii Fantaallee Birrii biiliyoona 3.46'n eegaluuf ta'uu Ministeerri Jallisii fi Naannawaa Gammoojjii beeksise.
Waltajjiin marii…
Fooramiin gorsaa dippiloomaasii diyaaspooraa Idil Addunyaa hundeeffame
Finfinnee, Amajjii 13, 2016 (FBC)-Fooramiin Gorsaa Dippiloomaasii Diyaaspooraa Itiyoophiyaa Idil Addunyaa hundeeffame.
Mariin Paanaalii adeemsa diyaaspooraa Itiyoophiyaa hirmaachisuu…
Sirni awwaalchaa Gaazexeessaa Asfawu Mashashaa raawwate
Finfinnee, Amajjii 13, 2016 (FBC)- Sirni awwaalchaa Gaazexeessaa Asfaawu Mashashaa raawwateera.
Gaazexeessaa Asfaawu Mashashaan dhukkuba mudateeniin Ameerikaatti wal'aanamaa turuun…
Paartiin Badhaadhinaa dhimmoota biyyaarratti mari’achuu eegale
Finfinnee, Amajjii 13, 2016 (FBC)-Paartiin Badhaadhinaa bakka Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad argamanitti dhimmoota biyyarratti mari’achuu eegale.
Koreen Hoji-raawwachiiftuu…
Itiyoophiyaan Addunyarratti dhiibba uumtuu akka taatuuf gaheen hogggantoota murteessaadha-Obbo…
Finfinnee, Amajjii 13, 2016 (FBC)- Waltajjiiwwaan Addunyaarraatti dhiibbaa uumtummaan Itiyoophiyaa akka mul’atuuf dandeettiin hoggantootaa gahee olaanaa qabachuu Afyaa’iin Mana Maree Bakka…
Faayidaa biyyaalessaa eegsisuuf hojiilee dippilomaasii cimaa hojjechuu gaafata-Obbo Dammaqaa…
Finfinnee, Amajjii 13, 2016 (FBC)- Faayidaa biyyaalessaa eegsisuuf hojiilee dippiloomaasii cimaa hojjechuu gaafata jedhan Ministirri Muummee Ittaanaa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa…