Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Oromiyaatti Qonna Gannaan hanga ammaatti lafti heektaarri miiliyoonni 7.11 sanyiin uwwifamuu ibsame
Finfinnee, Adoolessa 23, 2016 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti Qonna Gannaan hanga ammaatti lafti heektaarri miiliyoonni 7.11 sanyiin uwwifamuu ibsameera.
Bara oomishaa kana naannichatti qonna…
Hoggantoonni Ministeera Fayyaafi Dhaabbilee Wamaamtoota waloon Biqiltuu dhaaban
Finfinnee, Adoolessa 23, 2016 (FBC)- Hoggantoonni Ministeera Fayyaa fi dhaabbilee waamamtootaa waloon Sagantaa Ashaaraa magariisaan Hospitaala Ispeeshaalaayizdii Alaarti keessatti Biqiltuu…
Haaromsi Masaraa Mootummaa Faasil jalqabameera-Dooktar Abiy
Finfinnee, Adoolessa 23, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Magaalaa Gondaritti haaromsi Masaraa Mootummaa Faasiil jalqabamuu ibsaniiru.
Dooktar Abiy Ahimad gama…
Obbo Ashaadilii Hasan Pireezidaantii Naannoo Beenishaanguul Gumuz ta’uun mudaman
Finfinnee, Adoolessa 23, 2016 (FBC) – Manni Maree Naannoo Beenishaanguul Gumuz Obbo Ashaadilii Hasan Pireezidaantii Naannichaa taasiisuun muude.
Manni Maree naannoo Beenishaanguul Gumuz…
Bulchiinsi Magaalaa Dirre Dhawaa Godina Goofaaf deeggarsa Birrii Miiliyoona 5 taasise
Finfinnee, Adoolessa 23, 2016 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Dirre Dhawaa lammiilee Godina Goofaatti sababa sigiga lafaan miidhaamaniif deeggarsa Birrii Miiliyoona 5 taasise.
Pireezidaantiin…
Magaalaa Finfinneetti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 3 darbe
Finfinnee, Adoolessa 23, 2016 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti balaa Tiraafikaa har’a barii mudateen lubbuun namoota 3 darbuu fi namoota 4 irra miidhaan qaamaa qaqqabuu ibsameera.
Balaan kun…
Pir. Shimallis Abdiisaa fi Tamasgeen Xirunaan Bishooftuutti biqiltuu Ashaaraa magariisaa dhaaban
Finfinnee, Adoolessa 23, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa fi Itti Aanaan Ministirra Muummee ObboTamasgeen Xirunaan magaalaa Bishooftuu Gaara Tulluu…
IMF Itiyoophiyaaf liqii Doolaara biiliyoona 3.4 raggaasise
Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC)- Boordiin Dhaabbata Maallaqaa Addunyaa Itiyoophiyaaf (IMF) dhiyeessii liqii Doolaara biiliyoona 3.4 raggaasiseera.
Dhaabbatichi akka beeksisetti…
Manni Marichaa Roobiitti Walga’ii Ariifachiisaa Waame
Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Roobii Adoolessa 26, 2016’tti walga’ii ariifachiisaa waameera.
Bu’uura Heeraa Mootummaa keeyyata 58 (4) fi Dambii…
Itiyoophiyaan Waltajjii Marii Obboloota Afrikaa gaggeessuuf qophiitti jiraachuun ibsame
Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC)-Itiyoophiyaan Waltajjii Marii Obboloota Afrikaa Finfinneetti gaggeeffamuuf qophii taasisaa jiraachuu Ministirri Muummee Ittaanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan…