Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Humni walochaa haala nageenya biyyaalessaa gamaaggamuun kallattii kaa’e
Finfinnee, Adoolessa 24, 2016 (FBC)- Humni Waloo Nageeyaa fi Tika Biyyaalessaa haala waliigalaa nageenya biyyaalessaa gamaaggamuun kallattii fuulduree akeeke.
Maricharratti Komishinarri…
Paakistaan Hariiroo Itiyoophiyaa waliin qabdu caalmaatti cimsuuf fedhii qabaachuun ibsame
Finfinnee, Adoolessa 24, 2016 (FBC)- Paakistaan Hariiroo Itiyoophiyaa waliin qabdu caalmaatti guddisuuf murannoo qabaachuu Ministirri Raayyaa Ittisaa fi Aveeshinii biyyaatti ibsaniiru.…
Boba’aan seeraan alaa Barmeelli 121 to’atame
Finfinnee, Adoolessa 24, 2016 (FBC)- Boba’aan seeraan ala geejjibsiifamaa ture barmeelli 121 to’annoo jala oolfmuu Abbaan Taayitaa Boba’aa fi Inarjii beeksise.
Abbaan taayitichaa eeruu…
Manni Marichaa Wixinee Labsii Waliigaltee Deeggarsa Maallaqaa Waldaa Misoomaa Idil Addunyaarraa…
Finfinnee, Adoolessa 24, 2016 (FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Wixinee Labsii Waliigaltee Deeggarsa Maallaqaa Waldaa Misoomaa Idil Addunyaarraa argame raggaasiseera.
Manni…
Aanaa kofaleetti sigigni lafaa mudate
Finfinnee, Adoolessa 24, 2016 (FBC)- Godina Arsii Lixaa Aanaa Kofalee ganda Hassee Alkeetti balaan sigiga lafaa mudachuun ibsame.
Balichaan oomishaalee qonnaa garaagaraarra miidhaan…
Mootummaan Xaaliyaanii Itiyoophiyaaf deeggarsa maallaqaa Yuuroo Miiliyoona 25 taasise
Finfinnee, Adoolessa 24, 2016 (FBC)- Mootummaan Xaaliyaanii sagantaa misoomaa naannawaa fi Diinagdee Magariisaa Itiyoophiyaaf deeggarsa Maallaqaa Yuuroo miiliyoona 25 taasiseera.…
Tigraayitti Pirojektoonni Birrii Biiliyoona 2.7oliin ijaaramaa jiran daawwataman
Finfinnee, Adoolessa 24, 2016 (FBC)-Pireezidaantiin Bulchiinsa Yeroo Naannoo Tigraay Obbo Geetaachoo Raddaan pirojektoota misoomaa Birrii biiliyoona 2.7 oliin Magaalaa Maqaleetti ijaaramaa…
Manni Maree Ministirootaa murtoo dabarse
Finfinnee, Adoolessa 24, 2016 (FBC)- Manni Maree Ministirootaa walga’ii idilee 38ffaa gaggeesseen Waldaa Misoomaa Idil Addunyaa waliin waliigaltee deeggarsaa faayinaaansii taasifame…
Oromiyaatti Tajaajila lammummaan hanga ammaatti hojiin Birrii biiliyoona 15 olitti tilmaamamuu…
Finfinnee, Adoolessa 24, 2016 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti Tajaajila Lammummaa Gannaatiin hanga ammaatti hojiin Birrii biiliyoona 15.24 tti tilmaamamuu hojjetamuun ibsameera.…
Warqeen gatii tilmaama sharafa alaa Baankiin Biyyaalessaa guyyaa guyyaan baasuun akka daldalamu…
Finfinnee, Adoolessa 24, 2016 (FBC)-Dhiyeessitootaa Warqee hundaaf kaffaltiin kan raawwatamu gatii Warqee gabaa addunyaan gatii tilmaama sharafa alaa Baankiin Biyyaalessaa guyyaa guyyaan…