Browsing Category
Ispoortii
Arsenaal Biraayitan injifachuun liigicha dursuu eegale
Finfinnee, Bitootessa 28, 2016 (FBC) - Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 32ffaa har'a taphatameen Arsenaal Biraayitan injifachuun liigicha dursuu eegale.
Arsenaal galchii 3 fi…
Maanchistar Siitiin Kiristaal Paalaasiin 4 fi 2’n injifate
Finfinnee, Bitootessa 28, 2016 (FBC)- Tapha Piriimiyer Liigii Ingiliz torbee 32ffaan Maanchistar Sitiin Kiristaal Paalaasiin 4 fi 2’n injifachuun sadarkaasaa fooyyesseera.
Siitiin tapha…
Konfedereeshiniin Buunyaa Afrikaa Waajjira olaanaa Finfinneetti banuufi
Finfinnee, Bitootessa 26, 2016 (FBC)-Konfedereeshiniin Buunyaa Afrikaa waajjira olaanaa isaa Finfinneetti banuuf Ministeera Dhimma Alaa waliin mallatteesse.
Waliigaltichas Ministir…
K/Gargaartuu Daraartuu Tulluu badhaasni Niishaanii Mootummaa Jaappaaniin kenname
Finfinnee, Bitootessa 25, 2016 (FBC)- Pireezidaantii Federeeshini Atileetiksii Itiyoophiyaa Komishinara Gargaartuu Daraartuu Tulluun badhaasa Niishaanii kabajaa Mootummaa Jaappaaniin…
Jila Atileetiksii Shaampiyoonaa Qaxxaamura Biyyaa Addunyaa 45ffaarratti hirmaataniif sagantaan…
Finfinnee, Bitootessa 24, 2016 (FBC) - Jila Atileetiksii Shaampiyoonaa Qaxxaamura Biyyaa Addunyaa 45ffaa Sarbiyaa Magaalaa Beelgireeditti dorgomamerratti hirmaachuun qabxii gaarii…
Piriimaayeer Liigii Ingilaandiin taphoonni torbee 31ffaan har’a galgalaa eegaluun ni taphatamu
Finfinnee, Bitootessa 24, 2016 (FBC) – Taphoonni Piriimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 31ffaan tapha har’a galgala Niwuukaastiil Eevartan waliin taasiisuun eegalamu.
Har’a galgala…
Jila Atileetiksii Shaampiyoonaa Qaxxaamura Addunyaa 45ffaarratti hirmaateef simannaan taasiifame
Finfinnee, Bitootessa 24, 2016 (FBC) – Jila Atileetiksii fiigicha Shaampiyoonaa Qaxxaamura Addunyaa 45ffaa magaalaa Beelgireedirratti hirmaachuun qabxii gaarii galmeesseef simannaan…
Pirimeer liigii Ingilaandiin taphni kallatti Waancaa akeeku galgala ni taphatama
Finfinnee, Bitootessa 22, 2016 (FBC)-Pirimeer liigii Ingilaandi torbee 30ffaan taphni kallatti Waancaa akeeku galgala ni taphatama.
Pirimeer liigiin Ingilaandi baroottan darban caalatti…
Itiyoophiyaan Shaampiyoonaa Qaxxaamura Addunyaarraa sadarkaa 2ffaan xumurte
Finfinnee, Bitootessa 21, 2016 (FBC) –Itiyoophiyaan fiigicha Shaampiyoonaa Qaxxaamura Addunyaa 45ffaa har'a Sarbiyaa Beelgireeditti gaggeeffame sadarkaa 2ffaan xumurteert.
Itiyoophiyaan…
Fiigicha Walmakaa meetira kuma 8 Atileetoonni Itiyoophiyaa sadarkaa 2ffaa ba’uun meedaaliyaa…
Finfinnee, Bitootessa 21, 2016 (FBC) – Shaampiyoonaa Qaxxaamura Addunyaa 45ffaa fiigicha Walmakaa meetira kuma 8 Atileetoonni Itiyoophiyaa sadarkaa 2ffaa ba'uun meedaaliyaa Meetii sadaffaa…