Browsing Category
Ispoortii
Fiigicha Qaxxaamura biyyaa Addunyaa 45faan Atileetoonni meedaaliyaa Warqee, Meetii fi Nahasii…
Finfinnee, Bitootessa 21, 2016 (FBC) – Shaampiyoonaa fiigicha Qaxxaamura biyyaa Addunyaa 45faa meetira kuma 6n dubartoota gidduutti Sarbiyaa magaalaa Beelgireeditti gaggeeffameen…
Shaampiyoonaan Atileetiksii Qaxxaamura Biyyaa idil addunyaa 45ffaan har’a ni gaggeeffama
Finfinnee, Bitootessa 21, 2016 (FBC) – Shaampiyoonaan Atileetiksii Qaxxaamuraa Biyyaa Idil Addunyaa 45ffaan har’a Sarbiyaa magaalaa Beelgireeditti gaggeeffama.
Atileetoonni biyyoota…
Piriimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 30ffaan taphni Maanchiister Siitii fi Arsenaal gidduutti…
Finfinnee, Bitootessa 21, 2016 (FBC) – Taphoota Piriimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 30ffaan taphni Maanchiister Siitii fi Arsenaal, Liivarpuulii fi Biraayitan gidduutti taphatamu hawwiin…
Jilli Itiyoophiyaa Taphoota Guutuu Afrikaa 13ffaarratti hirmaate Finfinnee gale
Finfinnee, Bitootessa 16, 2016 (FBC) –Jilli Itiyoophiyaa Taphoota Guutuu Afrikaa 13ffaarratti hirmaachuun sadarkaa 8ffaan xumure galgala kana Finfinnee galeera.
Jilichi waayita Buufata…
Dorgommii fiigichaa biyyoota garagaraatti gaggeeffameen Atileetoonni Itiyoophiyaa milka’aan
Finfinnee, Bitootessa 16, 2016 (FBC) – Xumura Torbee kanaa dorgommii fiigichaa biyyoota garagaraatti gaggeeffameen Atileetoonni Itiyoophiyaa milka’aaniiru.
Fiigicha Maaraatoonii Chaayinaa…
Itiyoophiyaa 2 – 1 Leesseettoo
Finfinnee, Bitootessa 15, 2016 (FBC) – Taphni michoommaa har'a Itiyoophiyaa fi Leesseettoo gidduutti taphatame olaantummaa Itiyoophiyaan xumurameera.
Tapha deebii har'a sa'aatii 9:00…
Jila Itiyoophiyaa Taphoota Guutuu Afrikaarratti hirmaachuun bu’aa gaarii galmeessiseef…
Finfinnee, Bitootessa 15, 2016 (FBC) – Gaanaatti Embaasiin Itiyoophiyaa Jila Itiyoophiyaa Taphoota Guutuu Afrikaarratti hirmaachuun bu'aa gaarii galmeessiseef gaggeessaa fi Affeerraa…
Itiyoophiyaan damee atileetiksiin sadarkaa 2ffaan xumurte
Finfinnee, Bitootessa 14, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan Dorgommii Tapha Guutuu Afrikaarratti damee Atileetiksiin sadarkaa 2ffaan xumurtetti.
Taphni Guutuu Afrikaa 13ffaan Gaanaa Akiraatti…
Har’a fiigichi xumuraa meetira kuma 5 dhiiraa fi kuma 1fi 500 koorniyaa lamaaniinuu ni gaggeeffamu
Finfinnee, Bitootessa 13, 2016 (FBC) – Taphoota Guutuu Afrikaan har’a fiigichi xumuraa meetira kuma 5 dhiiraa fi kuma 1fi 500 Koorniyaa lamaaniinuu ni gaggeeffamu.…
Atileet Zawudiituu Adaraawu fiigicha maraatoonii walakkaan Meedaaliyaa Meetii argamsiiste
Finfinnee, Bitootessa 13, 2016 (FBC)-Atileet Zawudiituu Adaraawu fiigicha Maraatoonii Walakkaa dubartootaan Meedaliyaa Meetii argamsiistetti.
Atileet Zawudiituun fiigichaa Maaraatoonii…