Browsing Category
Ispoortii
Piriimaayer Liigii Ingilaandiin taphni Arsenaal Weest Haam, Biraayitan Tootanhaam waliin taasiifamu…
Finfinnee, Mudde 18, 2016 (FBC) – Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 19ffaa har’a taphatamuun taphni Arsenaal, Weest Haam, Biraayitan Tootanhaam waliin taasiifamu akkaan eegama.…
piriimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 19ffaan har’a taphni Eevartanii fi Maanchiister Siitii…
Finfinnee, Mudde 17, 2016 (FBC) – Taphoota Piriimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 19ffaan har’a taphni Eevartanii fi Maanchiister Siitii gidduutti taphatamu akkaan eegama.
Maanchiister…
Taphoonni torbee jalqabaa Liigii Olaanaa Oromiyaa itti fufaniiru
Finfinnee, Mudde 16, 2016 (FBC)- Taphoonni torbee jalqabaa liigii olaanaa Oromiyaa Istaadiyamii Wallaggaatti taphatamaa jiru har’as itti fufee gaggeeffamaa ooleera.
Haaluma kanaan…
Liigii Olaanoo Oromiyaan Gimbiin galchii 4 fi 0n Jaardegaa Jaartee injifate
Finfinnee, Mudde 15, 2016 (FBC) – Taphoota Liigii Olaanoo Oromiyaan har’a sa’aatii 4:00 irraa eegalee gaggeeffameen Gimbiin galchii 4 fi 0n Jaardegaa Jaartee injifateera.
Taphoonni Liigii…
Cheelsiin Wolvisiin injifatame
Finfinnee, Mudde 14, 2016 (FBC) - Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 18ffaa har'a gaggeeffameen Cheensiin Wolvisiin goolii 2 fi 1n injifatameera.
Cheelsiin bara taphaa kana…
Liivarpuul 1 -1 Arsenaal
Finfinnee, Mudde 13, 2016 (FBC) - Taphoota Piriimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 18ffaan taphni Liivarpuulii fi Arsenaal gidduutti gaggeeffame goolii 1 qixaan xumurame.
Taphoota biroo…
Taphni Kubbaa Miilaa Liigii Olaanoo Oromiyaa borurraa eegalee gaggeeffama
Finfinnee, Mudde 13, 2016 (FBC)- Taphni Liigii Olaanoo Oromiyaa Dilbata boruurraa eegalee Istaadiyamii Wallaggaa Magaalaa Naqamteetti gaggeeffamuu eegala.
Taphni Baniinsaa Liigii Olaanoo…
Luwiis Suwaareez Itermiyaamiitti makamuuf waliigaltee mallatteesse
Finfinnee, Mudde 12, 2016 (FBC)- Taphataan sarara fuulduraa Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Uraagaay Luwiis Suwaareez Itermiyaamiitti makamuuf waliigaltee mallatteessuun ibse.
Luwiis…
Ramaddiin tapha moo’atanii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa ifoome
Finfinnee, Mudde 8, 2016 (FBC) – Ramaddiin tapha moo’atanii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa ifoomeera.
Ramaddii har’a ifoomeen Poortoon Arsenaal, Naappooliin Baayerni Munik waliin…
Yaadannoo Atileet Abbabaa Biqilaaf dorgommiin Maaraatoonii walakkaa Jaappaanitti gaggeeffame
Finfinnee, Mudde 7, 2016 (FBC)-Yaadannoo gooticha Atileet Abbabaa Biqilaaf dorgommiin Maaraatoonii walakkaa Jaappaan Magaalaa Kaasaamaatti gaggeeffameera.
Dorgommicharratti namoonnii Kuma…