Browsing Category
Ispoortii
Fiigicha daandiirra Hindiitti gaggeeffameen Atileetonni Itiyoophiyaa milkaa’an
Finfinnee, Mudde 7, 2016 (FBC)-Dorgommii Fiigicha Daandiirraa Hindiitti Gaggeeffamerratti Atileetonni Itiyoophiyaa milka'aniiru.
Cheelsii fi Niiwukaastiil morkattoota isaanii yoo injifatan, Maanchiister Siitiin qixa bahe
Finfinnee, Mudde 6, 2016 (FBC) - Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 17ffaa har'a taphatameen Cheelsii fi Niiwukaastiil morkattoota isaaniin yoo injifatan, Maanchiister Siitiin…
Abjuu osoo hin dhugoomin hafe, imala Shaambiyoonsi Liigii Awurooppaa Niwuukaastiil
Finfinnee, Mudde 4, 2016 (FBC) – Waggaa 20 booda gara Shaampyoonsi Liigiitti kan deebi'e Niwuukaastil, morkataa isaa AC miilaaniin 2-1n mo'amee dorgommichaan ala ta'eera.
Niwuukaastil…
Liigii Olaanoo Itiyoophiyaan Shaggar Magaalaa Baatuu injifate
Finfinnee, Mudde 1, 2016 (FBC) – Taphoota Liigii Olaanoo Itiyoophiyaa torbee 6ffaan Kilabiin Magaalaa Shaggar 2-0 Kilaba Magaalaa Baatuu injifateera.
Tapha biroo har’a waaree dura…
Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaandi har’a taphatameen Maanchiister Siitiin yoo injifatu,…
Finfinnee, Sadaasa 30, 2016 (FBC) – Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 16ffaa har'a taphatameen Maanchiister Siitiin Luutoo Taawoon yoo injifatu, Cheelsiin Eevataniin…
Atileetoota Olompikii Paarisirratti hirmaataniif hojiin qorannoo fi to’annoo farra…
Finfinnee, Sadaasa 30, 2016 (FBC) – Atileetoota Olompikii Paaris bara Faranjootaa 2024 irratti hirmaataniif hojiin qorannoo fi to'annoo farra si'eessituu dursee eegalemuuf ta'uu Abbaan…
Magaalaa Hawaasaatti deemsi miilaa namoota kuma 5 ol hirmaachise gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 30, 2016 (FBC) – Magaalaa Hawaasaatti deemsi miilaa namoota kuma 5 ol hirmaachise kan kiiloo meetira 3 gaggeeffameera.
Deemsi kun mata duree 'Maanguddoota nan kabaja,…
Lattaasanbat Giday baadhaasa Naamusa Ispoortessummaa Idil Addunyaa mo’atte
Finfinnee, Sadaasa 29, 2016 (FBC)- Atileet Lattaasanbat Giday badhaasa naamusa Ispoortessummaa Idil Addunyaa injifatte.
Atilaat Lattaasanbat Giday badhaasichaa kan injifachuu dandeese…
Shaampiyoonaan Kilaboota Oromiyaa Olaantummaa Kilabii B/M/Adaamaan xumurame
Finfinnee, Sadaasa 29, 2016 (FBC)- Shaampiyoonaa kilaboota Oromiyaa 12ffaan Naannoo Oromiyaa Magaalaa Asallaatti gaggeefamaa ture olaantumma Kilabii Bulchiinsa Magaalaa Adaamaan xumurame.…
Taphoonni Piriimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 16ffaan boruu eegaluun ni taphatamu
Finfinnee, Sadaasa 28, 2016 (FBC) – Taphoonni Piriimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 16ffaan tapha boru Kiristaal Paalaas Liivar Puul waliin waaree booda sa’aatii 9:30 irraa jalqabuun…