Browsing Category
Ispoortii
Boru taphni Maanchiister Siitii fi Liivar Puul gidduutti taphatamu akkaan eegama
Finfinnee, Sadaasa 14, 2016 (FBC) – Taphoota Piriimaayeer Liigii Ingilaand torbee 13ffaa boruu eegalee gaggeeffamuun taphni Maanchiister Siitii fi Liivar Puul gidduutti taphatamu akkaan…
Riikkardiin Atileet Gudaaf Tsaggaayiin meetira kuma 5 fooyyeessite ragga’e
Finfinnee, Sadaasa 13, 2016 (FBC) –Riikkardiin Atileet Gudaaf Tsaggaayiin fiigicha meetira kuma 5 fooyyeessite ragga'uu ibsameera.
Fiigicha Daayimand Liigii Ameerikaa Iwujanitti…
Liigii Olaanoo Itiyoophiyaa torbee 3ffaan Naqamteen Jimmaa Abbaa Bunaa injifate
Finfinnee, Sadaasa 13, 2016 (FBC) – Taphoonni Liigii Olaanaa Itiyoophiyaa torbee 3ffaa kilaboota Lixa Oromiyaa walitti fide olaantummaa Kilaba magaalaa Naqamteen xumurameera.
Tapha har’a…
Itiyoophiyaa 0 – 3 Burkiinaa Faasoo
Finfinnee, Sadaasa 11, 2016 (FBC) – Tapha gulaallii Waancaa Addunyaa har’a gaggeeffameen Gareen biyyaalessa Itiyoophiyaa gita isaa Burkiinaa Faasoon injifatame.
Gareen Kubbaa Miilaa…
Itiyoophiyaan Maalii 4 fi 0’n injifatte
Finfinnee, Sadaasa 9, 2016 (FBC)- Gareen kubbaa Miilaa dubartoota Biyyaalessaa Itiyoophiyaa umrii 20 gadii tapha har’a Maalii waliin taphateen 4 fi 0’n injifateera.
Gareen Kubbaa Miilaa…
Fiigichi Guddichi 23ffaan gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 9, 2016 (FBC)- Dorgommiin Fiigicha Guddichaa Itiyoophiyaa 23ffaan gaggeeffame.
Sirna jalqabsiisa dorgommichaarratti Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudee, Kantiibaa…
Obbo Iyyaasuu Wasan Pireezidaantii Konfedereeshinii Buunyaa Afrikaa ta’uun filataman
Finfinnee, Sadaasa 8, 2016 (FBC) - Pireezidaantii Buunyaa Itiyoophiyaa, Obbo Iyyaasuu Wasan Pireezidaantii Konfedereeshinii Buunyaa Afrikaa ta'uun filatamaniiru.
Yaa'iin waliigalaa…
Garee Olompikii Itiyoophiyaa Olompikii Paarisirratti hirmaataniif sanadni waliigaltee eeyyama…
Finfinnee, Sadaasa 8, 2016 (FBC) - Garee Olompikii Itiyoophiyaa Olompikii Paarisirratti hirmaataniif qophii Olompikichaaf sanadni waliigaltee eeyyama Istaadiyeemii Shaakalaa itti…
Eevartan seera Faayinaansii Piriimaayer liigii darbuu isaan qabxiin 10 irraa hir’ate
Finfinnee, Sadaasa 7, 2016 (FBC) – Kilabni Marsiisaayid Eevartan seera Faayinaansii Piriimaayer liigii Ingilaandi darbuu isaan qabxiin 10 irraa hir’ateera.
Qorannoo fi hojii qulqulleessuu…
Liigii Olaanoo Itiyoophiyaan Kilabni Nagallee Arsii Dabre Birhaan injifate
Finfinnee, Sadaasa 7, 2016 (FBC) – Taphoota Liigii Olaanoo Itiyoophiyaa gaggeeffamaa jiruun Nagallee Arsiin Dabre Birhaan goolii 1fi 0n injifateera.
Nagallee Arsiin tapha 2ffaa isaan…