Browsing Category
Ispoortii
Gulaallii Waancaa Addunyaa dubartootaa umurii 17 gadiin Itiyoophiyaan marsaa itti aanuuf dabarte
Finfinnee, Guraandhala 2, 2016 (FBC) - Gulaallii Waancaa Addunyaa dubartootaa umurii 17 gadiin Itiyoophiyaan Afrikaa Kibbaa injifachuun marsaa itti aanuuf dabarte.
Gareen kubbaa miilaa…
Maanchiister Siitiin Eevartan injifachuun liigicha dursuu eegale
Finfinnee, Guraandhala 2, 2016 (FBC) - Taphoota piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 24ffaa har'a taphatameen Maanchiister Siitiin Eevartan injifachuun liigicha dursuu eegaleera.…
Obbo Isaayyaas Jiraan Miseensa Koree Hoji Raawwachiiftuu CAF ta’uun filaman
Finfinnee, Guraandhala 1, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Federeeshinii Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa Obbo Isaayyaas Jiraan Miseensa Koree Hoji Raawwachiiftuu Federeeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaa…
Kaardiin daqiiqaa 10 qofaaf taphataa dirreen ala tursiisu yaaliif dhiyaachuufi
Finfinnee, Guraandhala 1, 2016 (FBC) – Tapha Kubbaa Miilaa keessatti Kaardii Cuquliisaan daqiiqaa 10 qofaaf taphataa dirreen ala tursiisu yaaliif dhiyaachuuf ta’uu ibsameera.
Qaamni seera…
Shaampiyoonaan Ispoortii Aadaa Oromiyaa olaantummaa Magaalaa Shaggariin xumurame
Finfinnee, Amajjii 30, 2016(FBC)– Waldorgommiin Shaampiyoonaa Ispoortii Aadaa Oromiyaa 29ffaafi Agarsiisni Feestivaala Aadaa 16ffaa Godina Shawaa Lixaa Bulchiinsa Magaalaa Ambootti torban…
Leenjisaa Fireew Hayilagabre’eel Garee Biyyaalessaan adda bahan
Finfinnee, Amajjii 29, 2016 (FBC) – Leenjisaan Garee Kubbaa Miilaa Dubaartootaa Itiyoophiyaa Fireew Hayilagabre’eel ifatti hojii leenjisummaa gadi dhiisaniiru.
Leenjisaa Fireew…
Atileet Lammeechaa Girmaa fi Gudaaf Tsagaay fiigicha Mana Keessaa Boostan Niwuu Baalaansi injifatan
Finfinnee, Amajjii 27, 2016 (FBC) – Atileet Lammeechaa Girmaa fi Gudaaf Tsagaay fiigicha Mana keessaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa Boostan Niwuu Baalaansi injifataniiru.
Atileet…
Arsenaal Liivarpuuliin injifate
Finfinnee, Amajjii 26, 2016 (FBC) - Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 23ffaa har'a taphatameen taphni si'oominaan eegamaa ture olaantummaa Arsenaaliin xumurame.
Arsenaal…
Piriimaayer Liigii Ingilaandiin Maanchiisteer Yuunaayiid morkataa isaa yoo injifatu Cheelsiin…
Finfinnee, Amajjii 26, 2016 (FBC) - Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 23ffaan taphni har'a taphatameen Maanchiisteer Yuunaayiid Weest Haam yoo injifatu Cheelsiin Woolvisiin…
Piriimaayer Liigii Ingilaandiin taphni har’a Arsenaalii fi Liivar Puul gidduutti taphatamu ni…
Finfinnee, Amajjii 26, 2016 (FBC) - Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 23ffaan taphni har'a Arsenaalii fi Liivar Puulii gidduutti taphatamu akkaan eegama.
Taphni har'a galgala…