Browsing Category
Ispoortii
Neemaar midhama isa mudateen baatiwwan 8 -10 dirreerraa fagaachuu danda’a jedhame
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2016 (FBC) – Taphataan sarara fulduraa garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Biraaziil Neemaar Juuniiyer midhama isa mudateen baatiwwan 8-10 dirreerraa fagaachuu akka…
Fiigicha Maaraatoonii Tooroontoon Atileetoonni Itiyoophiyaa milkaa’an
Finfinnee, Onkololeesa 4, 2016 (FBC) - Fiigicha Maaraatoonii Kaanaadaa magaalaa Tooroontootti gaggeeffameen Atileetoonni Itiyoophiyaa injifataniiru.
Dorgommii dubartoota gidduutti…
Gareen Biyyaalesaa Itiyoophiyaa dubartoota Umurii 20 gadii Gulaallii Waancaa Addunyaaf gita isaa…
Finfinnee, Onkololeesa 4, 2016 (FBC) - Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalesaa Itiyoophiyaa dubartoota Umurii 20 gadii Gulaallii Waancaa Addunyaaf Ikuwaatooriyaal Giinii 4-1 injifachuun marsaa…
Atileet Almaaz Ayyaanaan fiigicha walakkaa maraatoonii Hinditti dorgomame injifatte
Finfinnee, Onkololeesa 4, 2016 (FBC) - Atileet Almaaz Ayyaanaan fiigicha walakkaa maraatoonii Hindi, Delhiitti dorgomame injifatte.
Fageenyicha sa'aatii 1 fi daqiiqaa 7 fi sekoondii 59'n…
Bunni Itiyoophiyaa Dirre Dhawaa goolii 1 fi 0n injifate
Finfinnee, Onkololeessa 1, 2016 (FBC) – Kilabni Kubbaa Miilaa Buna Itiyoophiyaa tapha Piriimaayer liigii Itiyoophiyaa torbee 2ffaa har’a taphate injifate.
Tapha har’a sa’aatii 9:00 irraa…
Obbo Qajeelaa Mardaasaan ittaantuu Itti Gaafatamtuu Embaasii Ameerikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 30, 2016 (FBC)- Ministirri Ministeera Aadaa fi Ispoortii Obbo Qajeelaa Mardaasaan Ittaantu Ittigaafatamtuu Embaasii Ameerikaa Gondiliin Weeldiin Giriin waliin dhimma…
Atileet Gudaaf Tsaggaay fi Tigisti Asaffaan badhaasaaf Kaadhimamaan
Finfinnee, Fulbaana 30, 2016 (FBC)- Atileet Gudaaf Tsaggaay fi Tigisti Asaffaan tarree kaadhimamtoota badhasa Atileetoota Addunyaa filatamoo bara 2023 keessa galan.
Atileetiksiin Addunyaa…
Edan Haazaardi tapha kubbaa miilaa dhaabuu beeksise
Finfinnee, Fulbaana 29, 2016 (FBC) – Taphataan garee biyyaalessa Beeljiyeemii fi Kilaba Cheelsii duraanii Edan Haazaardi tapha kubbaa miilaa dhaabuu beeksiseera.
Edan Haazaardi waggoota 7…
Dorgommii Maraatooni Walakkaa dhiirotaa fi dubartootaa Turkitti gaggeeffameen Atileetonni…
Finfinnee, Fulbaana 27, 2016 (FBC)- Dorgommii Maraatooni Walakkaa dhiirotaa fi dubartootaa Turki Ankaaraatti gaggeeffameen Atileetonni Itiyoophiyaa injifataniiru.
Dorgommicha dhiirotaan…
Har’a Arsenaalii fi Maanchister Siitiin Morkii jabaa gaggeessu
Finfinnee, Fulbaana 27, 2016 (FBC)- Tapha Pirimeerliigii Ingilaandiin har’a Arsenaal dirree isaa Emireetis irratti Maanchister Siitii keessummeessu xiyyeeffannoo olaanaan eegama.…