Browsing Category
Ispoortii
Arsenaal waggoota 6 booda tapha Shaampiyansi Liigii jalqabaa har’a galgala taasisa
Finfinnee, Fulbaana 9, 2016 (FBC)- Kilabnii Kaaba Laandan Arsenaal turtii waggoota ja’aa booda tapha Shaampiyansi Liigii jalqabaa kilabaa Neezarlaandi PSV Indihoovaan waliin har’a galgala ni…
Aanaa Sooddootti balaa Tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 4 darbe
Finfinnee, Fulbaana 8, 2016 (FBC) – Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa Aanaa Sooddootti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 4 yoo darbu, namoota 4 irra miidhaan qaamaa cimaan qaqqabuu…
Taphoonni Shaampiyoons Liigii Awurooppaa bara 2023/24 marsaan jalqabaa har’a ni eegalama
Finfinnee, Fulbaana 8, 2016 (FBC) – Taphoonni gulaallii ramaddiii Shaampiyoons Liigii Awurooppaa bara 2023/24 marsaan jalqabaa har’a ni taphatamu.
Dorgommiin Chaampiyeensi Liigii baranaa…
Taphni Waancaa Magaalaa Finfinnee 17ffaan eegalame
Finfinnee, Fulbaana 7, 2016 (FBC) – Taphoonni Waancaa Kubbaa Miilaa Magaalaa Finfinnee 17ffaan Istaadiyeemii Abbabaa Biqilaatti eegalameera.
Taphni baniinsaa Baankii Daldalaa fi Hadiyyaa…
Atileet Gudaaf Tsaggaayeen rikardii haaraa galmeessuun injifatte
Finfinnee, Fulbaana 6, 2015 (FBC)- Ameerikaa Iwuujiinitti dorgommii fiigichaa Daayimandi Liigii meetira kuma 5 gaggeeffamerratti Atileet Gudaaf Tsaggaayeen rikardii haaraa galmeessuun…
Itiyoophiyaan dorgommii Kaaraateen Meedaaliyaa Warqee argatte
Finfinnee, Fulbaana 6, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan yeroo jalqabaaf dorgommii Kaaraatee JKS irratti hirmaachuun Meedaaliyaa Warqee argatte.
Duubaayitti kan gaggeeffmaa jiruu dorgommii…
Lammiilee Moorokoo fi Liibiyaatti lubbuu dhaban yaadachuuf taphattoonni baajii gurraacha godhatu…
Finfinnee, Fulbaana 4, 2016 (FBC) –Moorokoo fi Liibiyaatti sababa balaa lolaa fi kirkira lafaan lammiilee lubbuun darban yaadachuuf taphattoonni Piriimaayer Liigii Ingilaand hundi baajii…
Buunyessaa Fiqiramaariyaam Yaadasaan har’a dorgommii gulaallii xumuraa Buunyaa Olompikii ni taasiisa
Finfinnee, Fulbaana 4, 2016 (FBC) – Buunyessaa Fiqiramaariyaam Yaadasaan Olompikii Paarisirratti Buunyaan Itiyoophiyaa bakka bu’uuf har’a dorgommii xumuraa ni taasiisa.
Fiqiramaariyaam…
Bamlaak Tasammaan tarree murteessitoota olaanoo Waancaa Afrikaa 2024 dursan keessatti hammataman
Finfinnee, Fulbaana 3, 2016 (FBC) – Konfedereeshiniin Kubbaa Miilaa Afrikaa tarree murteessitoota olaanoo Waancaa Afrikaa 2024 qopheessummaa Kootdivaayeeriin gaggeeffamu dursan ifoomseera.…
Kiristiyaanoo Roonaaldoon Hoteelli isaa Moorookootti argamu lammiilee sababa kirkira lafaan…
Finfinnee, Qaammee 6, 2015 (FBC) – Taphataan sarara fuulduraa Poorchuugaal Kiristiyaanoo Roonaaldoon Hoteelli isaa Moorookootti argamu lammiilee sababa kirkira lafaan miidhamaniif iddoo…