Browsing Category
Ispoortii
Sarjiyoo Raamos seenaa kubbaa miilaa jaarraa 21ffaa keessatti taphata kaardii diimaa hedduu argate…
Finfinnee, Sadaasa 17, 2016 (FBC) – Taphataan duraanii Riyaal Maadriidifi PSG Sarjiyoo Raamos eda galgala tapha Riyaal Soosiidaan Seevillaa waliin taphaterratti Kaardii Diimaan dirree…
Tootanhaam Astoon Viillaan injifatame
Finfinnee, Sadaasa 16, 2016 (FBC) – Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 13ffaa har'a taphatameen Tootanhaam Astoon Viillaan goolii 2 fi 1n injifatameera.
Tootanhaam Astoon…
Federeeshiniin Atileetiksii Itiyoophiyaa baajata Birrii miiliyoona 220 raggaasise
Finfinnee, Sadaasa 16, 2016 (FBC) – Federeeshiniin Atileetiksii Itiyoophiyaa Yaa'ii idilee 27ffaa gaggeessaa ture baajata bara 2016'f Birrii miiliyoona 220 raggaasisuun xumureera.…
Atileet Suraanash Yirgaan Maaraatoonii Shaangaay injifatte
Finfinnee, Sadaasa 16, 2016 (FBC) – Atileet Suraanash Yirgaan Maaraatoonii Shaangaayitti dorgomame injifatte.
Atileet Suraanash fageenyicha sa'aatii 2 fi daqiiqaa 21 fi sekondii 28n…
Maanchiister Siitii fi Liivar Puul qixa ba’an
Finfinnee, Sadaasa 15, 2016 (FBC)- Tapha Piriimaayeer Liigii Ingilaand torbee 13ffaa har’a gaggeeffameen Maanchiister Siitii fi Liivar Puul 1-1 qixa ba’aniiru.
Sa’aatii 9:30 irraa eegalee…
Fedeeshinichi yaa’ii waliigalaa 27ffaa Magalaa Maqaleetti gaggeessuu eegale
Finfinnee, Sadaasa 15, 2016 (FBC)- Federeeshiniin Atileetiksii Itiyoophiyaa Yaa’ii waliigalaa 27ffaa Magalaa Maqaleetti gaggeessuu eegaleera.
Yaa’icharratti Pireezidaantii Bulchiinsa…
Dorgommiin Maaraatoonii Riilee 19ffaan Maqaleetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 15, 2016 (FBC)- Dorgommiin Maaraatoonii Riilee 19ffaan Magaalaa Maqaleetti gaggeeffamaa jira.
Dorgommicharratti Atileetonni 84 kilaboota, naannolee fi bulchiinsa…
Boru taphni Maanchiister Siitii fi Liivar Puul gidduutti taphatamu akkaan eegama
Finfinnee, Sadaasa 14, 2016 (FBC) – Taphoota Piriimaayeer Liigii Ingilaand torbee 13ffaa boruu eegalee gaggeeffamuun taphni Maanchiister Siitii fi Liivar Puul gidduutti taphatamu akkaan…
Riikkardiin Atileet Gudaaf Tsaggaayiin meetira kuma 5 fooyyeessite ragga’e
Finfinnee, Sadaasa 13, 2016 (FBC) –Riikkardiin Atileet Gudaaf Tsaggaayiin fiigicha meetira kuma 5 fooyyeessite ragga'uu ibsameera.
Fiigicha Daayimand Liigii Ameerikaa Iwujanitti…
Liigii Olaanoo Itiyoophiyaa torbee 3ffaan Naqamteen Jimmaa Abbaa Bunaa injifate
Finfinnee, Sadaasa 13, 2016 (FBC) – Taphoonni Liigii Olaanaa Itiyoophiyaa torbee 3ffaa kilaboota Lixa Oromiyaa walitti fide olaantummaa Kilaba magaalaa Naqamteen xumurameera.
Tapha har’a…