Browsing Category
Ispoortii
Jila Atleetiksii Itiyoophiyaaf badhaasni jajjabeessituu laatame
Finfinnee, Hagayya 25, 2015 (FBC) –Jila Atleetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 19ffaarratti hirmaachuun qabxii gaarii galmeesseef badhaasni jajjabeessituu laatameera.…
Jila Atleetiksii Itiyoophiyaaf simannaan taasiifamaa jira
Finfinnee, Hagayya 23, 2015 (FBC) – Jila Atleetiksii Itiyoophiyaaf simannaan gootaa taasiifamaa jira.
Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa19ffaa Hangaarii magaalaa Budaapeesitti…
Jilli Atleetiksii Itiyoophiyaa wayita Finfinnee ga’u simannaan taasiifameef
Finfinnee, Hagayya 23, 2015 (FBC) – Jilli Atleetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 19ffaarratti hirmaate wayita Finfinnee ga'u simannaan taasiifameefira.
Jilichi…
Gameessi tapha Buunyaa Baqqalaa Alamuun (Gaanchi) boqote
Finfinnee, Hagayya 22, 2015 (FBC)- Itiyoophiyaa bakka bu’uun dorgommiiwwan Olompikii tapha Buunyaarratti addaa duree kan ta’an keessaa Gameessi taphichaa Baqqalaa Alamuun (Gaanchi) addunyaa…
Roobertoo Maanchiiniin leenjisaa garee biyyaalessa Saa’ud Arabiyaa ta’an
Finfinnee, Hagayya 22, 2015 (FBC) – Leenjisaan duraanii Maanchister Siitii Roobertoo Maanchiiniin leenjisaa garee biyyaalessa Saa’ud Arabiyaa ta’aniiru.
Maanchiiniin leenjisummaa garee…
Jila Atileetiksii Itiyoophiyaaf boru simannaan gootaa ni taasifaama
Finfinnee, Hagayya 22, 2015 (FBC)- Jila Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoona Atiletiksii Addunyaa 19ffaarratti hirmaachuun bu’aa jajjabeessaa argamsiisaniif guyyaa boruu simannaan gootaa…
Fiigicha Maaraatoonii dhiiraan Li’uul Gabirasillaaseen 3ffaan xumure
Finfinnee, Hagayya 21, 2015 (FBC)-Fiigicha Maaraatoonii dhiirotaan Atileet Li'uul Gabirasillaaseen sadarakaa 3ffaan xumuruun Itiyoophiyaaf meedaaliyaa Nahaasaa argamsiiseera.
Atileet…
Itiyoophiyaan Fiigicha Maaraatooniin meedaaliyaa Warqee fi Meetii argatte
Finfinnee, Hagayya 20, 2015 (FBC) – Fiigicha Maaraatoonii Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa har’a gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa 1ffaa – 2ffaa ba’uun xumuraniiru.
Atleet Amaanee…
Taphoonni Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 3ffaan har’a galgalaa eegaluun ni taphatamu
Finfinnee, Hagayya 19, 2015 (FBC) – Taphoonni Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 3ffaan tapha har’a galgalaa Cheelsiin Luton Taawan waliin taphatuun eegalama.
Cheelsiin galgala har’aa…
Gulaalliin walakkaa xumuraa meetira 800 har’a ni gaggeeffame
Finfinnee, Hagayya 19, 2015 (FBC) – Fiigicha Gulaallii walakkaa xumuraa meetira 800 har’a gaggeeffamurratti Atleetoonni Itiyoophiyaa ni hirmaatu.
Fiigicha gulaallii meetira 800 galgala…